Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaa Mokonnin Ergamaa Addaa Gamtaa Awurooppaa Piikaa Haviistoo waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ergamaa Addaa Gamtaa Awurooppaa Piikaa Haviistoo waliin…
Manni murtichaa Obbo Jawaar Mahaammadfaarratti ragaan abbaa alangaa dhaddacha banaan akka…
Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Manni murtichaa Obbo Jawaar Mahaammadfaarratti ragaan abbaa alangaa dhaddacha banaan akka dhagahamuuf murtoo laatame dhorke.
Dhorkicha kan kaahe…
Raashiyaan xiyyaarri daandii qilleensa Ityoophiyaa meeshaa fe’u naannoo qilleensa saaybeeriyaa akka…
Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Raashiyaan xiyyaaraa daandii qilleensa Ityoophiyaa meeshaa fe’u naannoo qilleensa saaybeeriyaa akka balali’uuf eeyyama laachuu Ityoophiyaatti Imbaasiin…
Mallattoon murtoo filannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa ifoome
Finfinnee, Eebila 1, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Mallattoo murtoo Ummattoonni Kibba Lixa Ityoophiyaa filannoo marsaa 6ffaa waloon gaggeessan ifoomse.
Fuula Feesbuukii…
Waldaaleen siivikii filannoo nagaan akka xumuramuuf gahee mataa isaanii bahachuu akka qaban ibsame
Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Waldaaleen siivikii filannoo marsaa 6ffaa nagaan akka xumuramuuf gahee mataa isaanii bahachuu akka qaban ibsameera.
Abbaan Alangaa Waliigalaa…
Manni Murtii waliigalaa Oromiyaa Rifoormii haaraa hojiirra oolchaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Eebila 1, 2013 (FBC) - Manni murtii waliigalaa Oromiyaa kenna tajaajila abbaa seerummaa si'ataa,dhaqabamaa fi amansiisaa taasiisuuf rifoormii haaraa hojiirra oolchaa…
USAID Tigraayitti dabalataan deeggarsa Doolaraa Ameerikaa miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 52…
Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Misooma Idil Addunyaa Ameerikaa USAID naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaaf kan oolu dabalataan Doolaraa Ameerikaa miiliyoona dhibba 1 fi…
Sanadni karoora waggaa 10 ummataaf raabsamuufi
Finfinnee, Eebila 1, 2013 (FBC) - Sanadni karoora waggaa 10 torbee dhufuu eegalee ummataaf kan raabsamu ta’uu Komishiniin Plaanii fi Misoomaa ibse.
Torbee dhufu ummata akka qaqqabu…
Magaalaa Finfinneetti balaa Ibiddaa muudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 7 olitti tilmaamamu…
Finfinnee, Ebila 1, 2013 (FBC) - Balaa Ibiddaa halkan Edaa kutaa magaalaa Finfinnee garaagaraatti muudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 7 olitti tilmaamamu barbadaa’uu ibsame.…
Teeknooloojiin qunnamtii odeeffaannoo fedhiin guddinni diinagdee Ityoophiyaa ittin dhugoomuu keessaa…
Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Teeknooloojiin qunnamtii odeeffaannoo fedhiin guddinni baadhaadhinaa Ityoophiyaa fi diinagdee ittiin dhugoomuu keessaa damee tokko ta’uu Muummeen Ministiraa…