Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan itti aantuu dura teessuu Komishinii gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Ebila 1, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin itti aantuu dura teessuu Komishinii…
Mootummoonni naannoo Afaarii fi Soomaalee walitti bu’iinsa tibbana muudate karaa nagaan furuuf…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Jilli hoggantoota olaanoo Preezdaantoota naannoo Afaarii fi Soomaaleen durfamu walitti bu'iinsa tibbana daangaa naanolee lamaanii gidduutti muudate…
Sirni awwaalchaa Artiist Ayyalaa Maammoo raawwatame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Sirni awwaalchaa Artiist Ayyalaa Maammoo har’a waaree boodaa bakka maatiin, Firoottan, jalleewwan ogummaa fi dinqisiifattoonni isaa argamanitti…
Dooktar Abiy Ahimad ogeeyyii artiif beekkamtii laatan
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC)-Muummeen Ministeera FDRI Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Inxooxxootti ogeeyyii artiif beekkamtii laataniiru.
Sagantichi mata duree ‘Ityoophiyaa waan…
Obbo Dammaqaan Ministira Ministeera Dhimma Alaa Deemaark waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Deemaark Jeep…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa erga balallii eegalee har’a waggaa 75ffaa qabate
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa erga balallii eegalee har’a waggaa 75ffaa kabajaa jira.
Daandiin qilleensichaa waggaa 75 dura akkumaa guyyaa har’a…
Lammiileen biyya keessaa fi alaa karaa seeraan alaa daddabarsa maallaqaarratti hirmaataan to’annaa…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC)- Lammiileen biyya keessaa fi alaa karaa seeraan alaa daddabarsa maallaqaarratti hirmaataan to’annaa jala oolaniiru.
Koomishinii Poolisii Federaalaatti…
Namoonni dhuunfaan yakka cimaa raawwachuurratti bobba’anii turan 34 to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaan yakka cimaa raawwachuurratti bobba’anii turan 34 to’atamuu Komishiniin Poolisii magaalichaa…
Komiishinichi ergama biyyaa irraa ka’aamee sirnaan akka ba’uu qaamoleen ilaallatuu deeggarsaa fi…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC)- Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee miseensootaa komiishinii bulchiinsa dhimmoota daangaa fi eenyummaa waliin mari’atan.…
Wayita Tsooma Ramadaanaa jaalala,walgargaaruu fi waliif yaaduun dabarsuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Tsooma Ramadaanaa jaalala,walgargaaruu fi waliif yaaduun dabarsuun barbaachisaa ta’uun Preezdaantiin Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Hajii…