Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Haramayaa woorkishooppii marii qorannoo, ekisteenshinii fi hirmaana Hawaasa…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Yuunvarsitiin Haramayaa woorkishooppii marii qorannoo, ekisteenshinii fi hirmaana hawaasa marsaa 37ffaa fi 38 hojjetamaa turan irratti waltajji…
Kaleessa galgala balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyaa Birrii miiliyoona 1.5tti tilmaamamurratti…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftootti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyaa Birrii miiliyoona 1.5tti tilmaamamuurratti miidhaan qaqqabuu…
Qabxiin seensa Yuunvarsiitii ifoome
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Qabxiin seensa Yuunvarsiitii ifoomeera.
Haaluma kanaan Saayinsii Uumaamaan dhiiraaf 380, dubartoota 368 yoo ta'u, Saayinsii Hawaasaan dhiiraaf…
Godina Gujii Lixaatti biqiltuuwwan bunaa dhibee dandamatan miiliyoonni 27 ol dhaabbiif qophaa’u…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC)-Biqiltuuwwan bunaa dhibee dandamatan miiliyoonni 27 ol dhaabbiif qophaa’uu waajjiirri Bunaa ,Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Godina Gujii Lixaa beeksisera.…
Odeeffannoo haala qabatamaa Ityoophiyaa keessa jiruun walfaallessuu fi madaallawwa hin taaneetu…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) - Odeeffannoon haala qabatamaa Ityoophiyaa keessa jiruun walfaallessuu fi madaallawwa hin taane hawaasa idil addunyaa qaqqabaa jiraachuu Ministeerri…
Obbo Dammaqaan gorsaa Tika nageenyaa Preezdaant Joo Baayidan waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI Obbo Dammaqaa Makonniin gorsaa Tika nageenyaa biyyaalessaa Preezdaant…
Buufanni madda anniisaa Takkazee har’a hojii eegale
Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) - Baatiwwaniif tajaajila dhaabee kan ture buufanni madda anniisaa Takkazee har'a hojii eegaluu Humni Elektiriikii Ityoophiyaa beeksiise.
Buufatichi…
Sagantaan yaadannoo waggaa 27ffaa duguuggaa Sanyii Ruwaandaatti raawwatamee gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) – Sagantaan yaadannoo waggaa 27ffaa duguuggaa Sanyii Ruwaandaatti raawwatamee gaggeeffameera.
Sagantichi guyyaa har’aa galma Gamtaa…
Preezdaanti Saahilawarqi jila Gamtaa Awurooppaa ministeera dhimma alaa Fiinlaand durfamu waliin…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) – Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee jila Gamtaa Awurooppaa ministeera dhimma alaa Fiinlaand durfamu waliin mari’ataniiru.
Gaggeessaan garee…
Lammiilee Ityoophiyaa 301 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa 301 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa…