Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni amantichaa proojaktoota deeggarsaa lammiilee miiliyoona 7 ol fayyadamaa taasisu ifoomse
Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) – Manni Amantaa Kaatolikii Ityoophiyaa proojaktoota deeggarsaa lammiilee miiliyoona 7 ol fayyadamaa taasisu ifoomseera.
Manni amantichaa Birrii…
Artiist Ayyalaa Maammoo addunyaa kanarraa du’aan boqate
Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) - Weellisaa fi barreessaan Yeeddaloo fi Walaloo Ayyalaa Maammoo addunyaa kanarraa du’aan boqateera.
Weellisaa fi barreessaan Yeeddaloo…
Sudaanii fi Gibts itti gaafatamummaa Gamtaa Afrikaaf laatame xiqqeessuuf yaaliin taasisaan fudhatama…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) – Ministirri Bishaanii, Jallisii fi Iinarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaa, Sudaanii fi Gibts itti gaafatamummaa Gamtaa Afrikaaf laatame…
Lakkoofsi namoota covid-19n qabamanii dabaluun, tajaajjilli fayyaa hammaa baachuu danda’uu olidha-…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) - Waldaalee Ogummaa Fayyaa lakkoofsi namoota covid-19n qabamanii guyyaadha guyyaatti dabaluun, tajaajjilli fayyaa hamma baachuu danda’uu oli…
Paartileen Siyaasaa boruu jalqabee duula nu filadhaa Miidiyaaleen ni eegalu jedhame
Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) - Paartileen Siyaasaa guyyaa boruu jalqabee duula nu filadhaa Filannoo marsaa 6ffaa Miidiyaaleen kan eegalan ta’uu Boordiin Filannoo…
Ejjennoon Sudaanii fi Gibtsi hidha haaromsaarratti qabatan mirga Ityoophiyaan qabeenya uumamaa…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi mariisiisummaa dura taa'aa Gamtaa Afrikaan dhimma Hidha Haaromsaarratti Bitootessa 25 - 28, 2013 marii taasiisaa turuu…
Preezdaant Saahilawarq marii jijjiirrama qabeenya qilleensaa fi weerara vaayrasii koroonaa…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen marii jijjiirrama qabeenya qilleensaa fi weerara vaayrasii koroonaa ilaalchisee intarneetiin gaggeeffamerratti…
Gareen abbootii qabeenyaa Tuuniziyaa paarkoota indaastirii adda addaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)- Gareen abbootii qabeenyaa Tuuniziyaa paarkoota indaastirii adda addaa magaalaa Finfinneetti argaman daawwataniiru.
Garichi paarkoota uffataalee,…
Baatiiwwan darban gabaa warqeerratti %20 hanga 29n daballii gatii taasifamuun galii fooyya’aan…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)- Baatiiwwan darban gabaan warqeerratti %20 hanga 29n daballii gatii taasifamuun galii fooyya’aan argamuu Ministeera Albuudaa fi Boba’aa ibseera.…
Hoggantoonni olaanoon naannoo Oromiyaa fi Amaaraa dhimmoota waloorratti mari’ataa jiru
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Hoggantoonni olaanoon naannoo Oromiyaa fi Amaaraa dhimmoota nageenyaa fi misoomaa waloorratti mari’ataa jiraachuu ibsame.
Hoggantoonni kunneen…