Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoon Hararii bootteewwan bishaanii shan Birrii miiliyoona 25tti tilmaamaman fudhate
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’oo naannoo Hararii bootteewwan bishaanii shan Birrii miiliyoona 25tti tilmaamaman fudhateera.
Preezdaantiin…
Rakkoo hojii dhabdummaa furuuf dhaabbilee garaagaraa waliin hojjetamaa jira – Komishinii…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Ityoophiyaatti rakkoolee hojii dhabdummaa furuuf dhaabbilee garaagaraa waliin hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Carraa Hojii Uumuu Federaalaa…
Obbo Musxafee Mahaammad bakka bu’aa sagantaa nyaata addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Itti aanaan Preezdaantii naannoo Soomaalee Ityoophiyaatti bakka bu’aa Sagantaa Nyaata Addunyaa Dooktar Isteevan Weeree Oomaamoo waliin…
Yuunivarsiitiin Finfinnee hayyoota 12f pirofeesara guutuu laate
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee hayyoota 12f pirofeesara guutuu laateera.
Yuunivarsiitiin Finfinnee kutaalee barbaachisaa ta’an qorachuun,…
Saa’udiin amantoonni musiliimaa talaallii vaayrasii koroonaa hin fudhanne gara Makkaa akka hin…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)- Saa’udiin Arabiyaan amantoonni musiliimaa gara bakka kadhataa Masjidaa Makkaa (AL-Masjiid Al- Haraam) imalaan namoota talaallii vaayrasii koroonaa…
Manni Murtichaa gaaffii Abbaan Alangaa obbo Jawaar Mahaammadfaarratti dhaddacha cufaan ragaa…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Manni Murtii Olaanaa Federaalaa ramaddii Lidataa gaaffiin Abbaan Alangaa obbo Jawaar Mahaammadfaarratti dhadhacha cufaa fi golga duubaan ragaa…
Ambaasaaddar Yibalxaal bakka bu’aa ergamaa addaa barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) – Sudaanitti ambaasaaddarri guutuun Ityoophiyaa Yibalxaal Ayimiroon bakka bu’aa ergamaa addaa barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota…
Waltajjiin marii hojii kenna tajaajila lammummaa fi gahee dhaabbilee amantaarratti xiyyeeffate…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)- Waltajjii marii hojii kenna tajaajila lammummaa fi gahee dhaabbilee amantaarratti xiyeeffate magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjiirratti…
Aadde Adaanach Abeebee magaalaa Finfinneetti manneen waliin jireenyaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee manneen waliin jireenyaa ijaarsarratti argaman daawwataniiru.
Daawwannicharratti…
Hojjettoonii Komishinii Gumrukaa fi Poolisii Federaalaa kontiroobaandistootaf haala mijeessaa turan…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2013 (FBC) – Komishiniin Gumrukaa hojjettoota Komishinii Gumrukaa fi miseensota Poolisii Federaalaa Kontiroobaandistootaf haala mijeessaa turan to’annoo jala…