Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli obbo Malaakuu Allabaliin durfamu Paarkii Indaastirii Qindeessaa Qonna Bulbulaa daawwate
Finfinnee, Bitootessa 27, 2013 (FBC)-Jilli Ministira Ministeera Daldalaa fi Indaastirii obbo Malaakuu Allabaliin durfamu Paarkii Indaastirii Qindeessaa Qonna Bulbulaa daawwateera.…
Lammiileen Ityoophiyaa 350 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 27, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 350 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa…
Baatii Eebila gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa haaluma duraatin itti fufa
Finfinnee, Bitootessa 27, 2013 (FBC) –Baatii Eebila boba’aa xiyaaraan alatti gatiin gurgrutaa qinxaaboo boba’aa haaluma duraatin akka itti fufuu Ministeerri Daldala fi Idaastirii…
Mariin hirmaannaa dubartoonni Indaastirii damee Ijaarsaa keessatti qabanirratti xiyyeeffate…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2013 (FBC) – Mariin biyyaalessaa hirmaannaa dubartoonni Indaastirii damee Ijaarsaa keessatti qabanirratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.…
Jilli Af-Yaa’ii Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoon durfamu magaalaa Duukamitti daawwannaa…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2013 (FBC) – Jilli Af Yaa'ii Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoon durfamu bulchiinsa Magaalaa Dukamitti hojiilee misoomaa daawwachaa jira.
Jilichi…
Yaa’iin Yuunvarsiitiiwwan IGAD har’a Yuunvarsiitii Jigjigaatti ni gaggeeffamaa
Finfinnee, Bitootessa 27, 2013 (FBC) - Yaa’iin Yuunvarsiitiwwan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa har’a Yuunvarsiitii Gigjigaatti ni gaggeeffama jedhame.
Yaa’iichi…
Dooktar Abiy hoggantoota hojii sadiif muudama laatan
Finfinnee, Bitootessa 27, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota hojii sadiif muudama laataniiru.
Haaluma kanaan:-
1. Mahaammad Indiriis…
Bulchiinsi magaalichaa dargaggoota, dubartootaa fi namoota harka qalleeyyiif mana jireenyaa fi…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee dargaggoota, dubartootaa fi namoota harka qalleeyyiif mana jireenyaa fi sheedoota bakka hojii laateera.…
Kutaa Magaalaa Addis Katamaa buufata konkoolaataa xiqqaatti balaan ibiddaa qaqqabe
Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) – Buufata Awuutobisii Kutaa Magaalaa Addis Katamaa buufata konkoolaataa xiqqaatti balaan ibiddaa qaqqabeera.
Wayita ammaa hojjattoonni balaa…
Filannoon Marsaa 6ffaa bara kana taasifamuu karaa nagaa qabeessaan akka tahu Koreen Raawwachistuu…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) – Filannoon Marsaa 6ffaa bara kana taasifamuu karaa nagaa qabeessaan akka tahu Koreen Raawwachistuu Nageenya Filannoo Federaalaa beeksiseera.…