Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan tokkummaa keessoo ishee eeguun walitti hidhamiinsa naanichaaf hojjachuu qabdi-…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan tokkummaa keessoo ishee eeguun walitti hidhamiinsa naanichaaf hojjachuu akka qabduu Ityoophiyaatti, Ambaasaaddarri Sudaan Kibbaa Jamsi P…
Magaalaa Finfinnee keessaa gareen walitti dhufe magaalaa Ambootti hawaasa waliin sochii qaamaa…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) – Walta'insi keenya biyya keenyaaf; Nageenyi keenya Tokkummaa fi obbolumma keenyaaf jechuun magaalaa Finfinnee keessaa gareen walitti dhufe magaalaa…
Sagantaa sosochii geejjibaa nageenya tiraafikaa marsaa 7ffaan gulufii biskileetii fi lafoo…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) – Sagantaa sosochii geejjibaa nageenya tiraafikaa marsaa 7faan gulufii biskileetii fi lafoo deemtootaa qindominnaa Abbaan Taayitaa Geejibaa Oromiyaaa…
Dhaabbanni hariiroo Ityoo – Ameerikaa cimsu hundaa’e
Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) - Hariiiroo Ityoo - Ameerikaa cimsuuf dhaabbanni dhimmoota ummata Ityoo - Ameerikaa hundaa'eera.
Dhaabbatichi Diyaaspooraawwan Ityoophiyaa fayyadamoo…
Naannoo Tigraay ilaalchisee ibsi miseensoonni biyyoota garee 7 baasan dhugaarraa kan fagaateedha…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) - Naannoo Tigraay ilaalchisee ibsi miseensoonni biyyoota garee 7 baasan tarkaanfii mootummaan fudhataa jiru giddugaleessa kan hin godhanne ta'uu…
Siimpooziyeemiin Aadaa, Seenaa fi Afaanii 14ffaan Silxee kabajamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) – Siimpooziyeemiin Aadaa, Seenaa fi Afaanii 14ffaan Silxee addabaabayii michummaatti kabajamaa jira.
Akkasumas guyyaan bulchiinsi godina Silxee ofiin of…
Yuunvarsiitii Finfinneetti mariin ‘Kitaaba Daandii Ida’aamurratti’ gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 25, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitii Finfinneetti Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadin kan barreeffamee marii ‘Kitaaba Daandii Ida’aamurratti’ gaggeeffamaa jira.…
Magaalichatti sagantaan duula qulqullinaa gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 25, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaan duula qulqullinaa torbee 5ffaan gaggeeffameera.
Duulli qulqulliinaa kun waliitti fufiinsaan torbee 5ffaaf magaalaa…
Gazeexessaa buleessi Katamaa Haylamaariyaam du’aan addunyaa kanarra boqate
Finfinnee, Bitootessa 25, 2013 (FBC) – Gaazexessaa buleessi EBC Katamaa Haylamaariyaam du'aan addunyaa kanarra boqate.
Gazeexessaa Katamaa Haylamaariyaam Raadiyoo Itoophiyaa…
Torbee 1 keessaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 53.7 olitti tilmaamaman to’annaa…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2013 (FBC) – Torbee 1 keessaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 53 fi kumni dhibbi 7 fi kumni 95 fi 644 ttii tilmaamaman to’annaa jala ooluu…