Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Teeknooloojii duumeessa roobsuun qonna deeggaraa anniisaa ifaa dabalataa argachuuf ni gargaara-…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2013 (FBC) – Teeknoolojiidhaan duumeessa gara roobaatti jijjiiruun qonna kan deeggaruu fi anniisaa ifaa dabalataa argachuuf akka gargaaru Muummeen Ministiraa FDRI…
Hawaasa godaansa seeraan alaa balaalleffatu uumuun murteessaadha jedhame
Finfinnee, Bitootessa 25, 2013 (FBC) – Hojii ittisaafi to'annoo godaansa seeraan alaaratti Dhaabbata Godaansaa Idil-Addunyaa waliin ta'uun qindeessummaa Biiroo Dhimma Hojjetaafii Hawaasummaa…
Lammiileen Ityoophiyaa 337 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 337 Saa'ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi'aniiru.
Lammiilleen kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa…
Ijaarsi Paarkii Indaastirii Qindaa’aa Qonnaa fi Oomishaalee Roobee %90 gahe
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Godina Baalee Magaalaa Roobeetti baasii Biirrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 74 ijaaraamaa kan jiru Indaastirii Qindaa’aa Qonnaa fi Oomishaalee…
Guyyoottan torbaan darbanitti namoonni dhuunfa kumni 14 fi 437 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC)-Guyyoottan torbaan darbanitti Bitootessa 17 hanga Bitootessa 23, 2013 namoonni kumni 14 fi 437 vaayrasii koroonaatin qabamuu Inistityuutii Fayyaa…
Ijaarsi daandii aspaaltii Buufata Xiyyaaraa Boolee-Gooroo eegalame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Ijaarsi daandii aspaaltii Buufata Xiyyaaraa Boolee-Gooroo eegalameera.
Itti Aantuun Kantiibaa Bulchinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach…
Federeeshinichi Dhaabbanni oomiisha hidhannoo kubbaa miilaa Ambiroo waligaltee mallatteesse
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa fi Dhaabbanni oomiisha hidhannoo kubbaa miilaa Ambiroo waligaltee haaraa mallatteessaniiru.…
Dhaabbileen barnoota olaanoo qophii sanada waliigaltee bilisaa ilaalchisuun qaamolee dhimmi…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Dhaabbileen barnoota olaanoo qophii sanada waliigaltee bilisaa ilaalchisuun qaamolee dhimmi ilaallatu waliin mari’ateera.
Waltajjii…
Milkaa’ina hidhichaa fi walabummaa biyyaaf yeroo kamuu caalaa tokkummaan wayita sochoonurratti…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ijaarsa hidha haaromsaa waggaa 10ffaa ilaalchisuun ergaa baga…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen waggaa 10ffaa Hidha Haromsaa Guddichaa sababeeffachuu erga baga…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen waggaa 10ffaa Hidha Haromsaa Guddichaa sababeeffachuu erga baga geessanii dabarsaniiru.
Ijaarsa Hidha…