Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Dasseetti noottiin sobaa kumni dhibbi 1 fi kumni 15 ol to’annaa jala oole
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC)-Magaalaa Dasseetti noottiin Birrii sobaa kumni dhibbi 1 fi kumni 15 fi 300 to’annaa jala ooluu ibsameera.
Guyyaa kaleessaa shakkamaan Geetinnat…
Ambaasaaddar Muluun daayreektara biyyoota Afrikaa Saaharaa gadii Cheek Rippaablik waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Jarman, Cheek Rippaablikii fi Isloovaakiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Muluu Salamoon daayreektara biyyoota Afrikaa Saaharaa…
USAID waggoot shanan darbaniitti Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara biiliyoona 2 taasiise
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Dhaabbanni gargaaraasaa Ameerikaa ‘USAID’ waggoottaan shanan darbaniitti Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara biiliyoona 2 taasiisuu ibsameera.…
Waggaa sadaffaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahmad itti muudaman Finfinnee hoteela Sharaatanitti…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Waggaa sadaffaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahmad itti muudaman Finfinnee hoteela Sharaatanitti mariin kabajameera.
Bitootteessa 24 bara…
Ityoophiyaan qabeenyashee misoomsuuf mirga guutuu qabdi jedhame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC)- Sudaan Kibbaatti Ambaasaarri Ityoophiyaa Naabiil Maahidii Ministira Ministeera Qabeenyaa Bishaanii fi Jallisii Sudaan Kibbaa Kaamaanawaa Paatiirii…
Misooma biyya tokkoof qoodni Waldaalee Siiviilii olaanaadha – Preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Bitootessa 23, 2013 (FBC) – Misooma biyya tokkoof qoodni Waldaalee Siiviilii olaanaa ta’uu Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ibsaniiru.
Preezdaant Saahilawarq…
Mariin Sadee Hidha Haaromsaa xummura torbee kanaa ni eegalama – Dooktar Injiinar Silashii…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2013 (FBC) – Mariin Sadee Hidha Haaromsaa gaggeessuumma dura taa’aa Gamtaa Afrikaan Sanbataa fi Dilbata dhufu ni eegalama jedhan Dooktar Injiinar Silashii…
Koolleejjiin Poolisii naannoo Soomaalee Poolisoota leenjisaa ture 800 eebbisiise
Finfinnee, Bitootessa 23, 2013 (FBC) – Koolleejjiin Poolisii naannoo Soomaalee leenjitoota marsaa 12ffaan leenjisaa ture 800 guyyaa har’aa eebbisiisera.
Sirna…
Naannoo Tigraayitti tajaajiloota karaa guutuun hojii eegalchiisuuf hojjetama jira – Dooktar…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti tajaajiloota garaagaraa karaa guutuun hojii eegalchiisuuf hojjetama jiraachuu Hojii Gaggeessaa Olaanaan Bulchiinsa Yeroo Naannoo…
Dhaabbanni Sawuud Arabiyaa Dizaarti Teeknooloojii Ityoophiyaatti misooma anniisa aduurratti…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Sawuud Arabiyaa Dizaarti Teeknooloojii Ityoophiyaatti misooma anniisa aduurratti bobba’uuf fedhii akka qabu beeksise.
Hooggantoonni…