Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walitti bu’iinsi har’a ganama buufata Kuduraa fi Muduraa Laaftootti uumame to’atame –…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2013 (FBC) – Waldhabdee namoota dhuunfaa lama gidduutti uumameen jeequmsi har’a ganama buufata Kuduraa fi Muduraa Laaftootti uumamee ture to’atame…
Haleellaa qaqqabeef tarkaanfiin deebii qindoomina naannolee fi mootummaa federaalaan fudhatamaa…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2013 (FBC) – Haleellaa iddoo hundatti qaqqabeef tarkaanfiin deebii qindoomina naannolee fi mootummaa federaalaan fudhatamaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI…
Poolisiin ilaalcha siyaasaa kamiiyyuurra bilisa ta’ee milkaa’ina filannoof hojjechuu qaba jedhame
Finfinnee, Bitootessa 23, 2013 (FBC) – Poolisiin ilaalcha siyaasaa kamiiyyuurra bilisa ta’ee milkaa’iina filannoof hojjechuu akka qabu Komishiniin Poolisii Oromiyaa beeksiise.…
Ambaasaaddar Maarqos Takleen haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisee miidiyaalee idil addunyaaf ibsa…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC) – Kaayirootti Ambaasaaddarri Guutuun Ityoophiyaa Maarqos Takleen miidiyaaleee Idil Addunyaa Kaayirootti argamaniif haala waqtaawaa Ityoophiyaa…
Baankiin Addunyaa Ityoophiyaaf liqaa Doolaraa Ameerikaa miiliyoona 500 raggaasise
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC)-Baankiin Addunyaa karooraa waliinga'insa humna elektirikaa Ityoophiyaan qabatte milkeessuuf liqaa Doolaraa Ameerikaa miiliyoona 500 raggaasiseera.…
Abdii kan kute ABO Shaneen uummatarratti haleellaa raawwate-Komiishinicha
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC)-Godina Wallagga Lixaa Aanaa Baabboo Gambeel ganda Booneetti kaleessaa ABO Shaneen uummata nagaarratti haleellaa raawwachuu Koomishiniin Poolisii Oromiyaa…
Ityoophiyaanoonni 336 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC)- Lammiilee Ityoophiyaa 336 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirra gara biyyaa Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa…
Ministiroonni Maallaqaa biyyoota gaanfa Afrikaa tumsaa fi hojiilee misooma naannichaarratti…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC) - Ministiroonni Maallaqaa biyyoota gaanfa Afrikaa tumsaa fi hojiilee misooma naannichaarratti mari’achuu Ministeerri Maallaqaa beeksiiseera.…
Baatiwwaan saddeettan darbanitti ergaa gabaabaa 8100 ‘A’ tiin birrii miiliyoonni 88 ol walitti…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC) - Baatiwwaan saddeettan darbanitti ergaa gabaabaa 8100 ‘A’ tiin birrii miiliyoonni 88 ol walitti qabamuu Manni Maree qindeessaa hirmaannaa ummataa…
Ambaasaaddar Diinaan ibsi kaleessa laatan kallattiin hin taaneen hubatamuu beeksiisan
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC) – Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin ibsi kaleessa laatan kallattiin hin taaneen hubatamuu beeksiisaniiru.…