Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC) – Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atamuu Poolisiin godinichaa beeksiise.
Aanaa Amuruu keellaa sakattoo…
Paartiin Badhaadhinaa Dirree Dawaa sagantaa kakaasii filannoo gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa Dirree Dawaa sagantaa jalqabiinsa kakaasii filannoo gaggeesseera.
Saganticharratti paartichi teessumaa lafaa mijataa Dirree…
Sagantaan madaallii ga’umsaa Ifa barnootaa biyyaleessaa eegalame
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC) – Sagantaan madaallii ga’umsaa Ifa barnootaa biyyaleessaa eegalamuu ibsameera.
Ityoophiyaatti namoota barnoota idilee osoo hin baratin dubbisuu…
Paartii Badhaadhinaa dabalatee hoggantoonni paartilee morkattootaa proojektoota hojjetamaa jiran…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC) – Paartii Badhaadhinaa dabalatee hoggantoonni paartilee morkattootaa proojektoota magaalaa Finfinneetti hojjetamaa jiran daawwataniiru.…
Miidhaa odeeffannoon sobaa filannoo nagaarratti qaqqabsiisu ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC) – Miidhaa Odeeffannoon sobaa filannoo nagaarratti qaqqabsiisu ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Haala miidhaa odeeffannoon…
Itoophiyaan Dhiiga ijoollee isheetiin Ijaaramte, gocha shororkeessummaan hin diigamtu –…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera.
Guyyaa Kaleessaa Godina Wallagga Lixaa aanaa Baabboo…
Ministiroonni fi hoggantoonni mootummaa olaanoon Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Ministiroonni fi hoggantoonni mootummaa olaanoon Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa gammachuu itti dhaga'ame…
Preezdaant Saahilawarq Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa gammachuu itti dhaga'ame ibsaniiru.…
Inistiityuutichi hawaasni wayita gammachuu ibsatu dhibee Covid – 19f of eeggannoo taasiisuu…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) –Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa hawaasni wayita gammachuu isaa ibsatu dhibee Covid - 19f of eeggannoo taasiisuu akka qabu hubachiiseera.…
Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin erga baga gammadanii…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Gareen Biyyaalessaa Ityoophiyaa gara Waancaa Afrikaatti darbuun…