Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kilaastara BLTO Godina Arsii Lixaatti waldorgommii sadarkaa ogummaa, teeknooloojii fi qo’annoo…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Kilaastara BLTO Godina Arsii Lixaatti waldorgommii sadarkaa ogummaa, teeknolojii fi qo'annoo fi qorannoo adeemsifameera.
Abbaan adeemsa fi…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa gara Waancaa Afriikatti…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa gara Waancaa Afriikatti darbusaa gammachuu qaban ibsaniiru.
Dooktar…
“Karoorri Imala Badhaadhinaa misooma dhala namaarratti waan xiyyeeffateef kan yeroo kamuu…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa karoora waggaa kudhanii Komishinii Karooraan dhiyaaterratti yaada kennaniiru.…
Biiraan Daashiin projaktii ‘Maaddii Biyyaaf’ Birrii miiliyoona 25 arjoome
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Biiraan Daashiin projaktii ‘Maaddii Biyyaaf’ Birrii miiliyoona 25 arjoomuu beeksise.
Dhaabbatichi ibsa har’a lateen waggoota 20…
Filannoon dhufu carraa fi rakkoolee kan qabuudha – Dooktar Abiy
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Filannoon dhufuu carraa fi rakkoolee hedduu kan qabuudha jedhaan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Carraa argametti…
Torbeen kun torbee biyyoonni Lixaa haala qabatamaa Ityoophiyaa beekuuf fedhii agarsiisaniidha –…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Torbeen kun torbee biyyoonni Lixaa haala qabatamaa Ityoophiyaa beekuuf fedhii agarsiisaniii fi sochii taasiisaniin ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa…
Firiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Firiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2012 ifoomeera.
Barattoonnis fuula marsaariitii hawaasaa ejensichaarratti http://result.neaea.gov.et…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad xumurarratti kan argamu Tarmininaala VIP Daandii Qilleensaa…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad xumurarratti kan argamu Tarminaala VIP Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa daawwataniiru.
Daawwanicharratti…
Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa filannoo Koreen Olompiikii Ityoophiyaa gaggeesse sirrii miti…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa gochi Koree Olompiikii Itiyoophiyaa mooraa waajjirichaa keessatti dunkaana buufatee filannoo seeraan alaa…
Waltajjiin marii Addis Wag gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC)- Waltajjiin marii Addis Wag Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira.
Marichi mata duree ‘wayita filannoon gaggeeffamu nageenyaa fi tasgabbii’…