Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Walga’ii Idileesaa 8ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Walga'ii Idilee 8ffaa bara hojii 6ffaa, kan waggaa 6ffaa Galma Waajira Preezdaantiitti gaggeessaa…
Ityoophiyaan talaallii Covid-19 Siinoofaarmii kuma dhibba 3 fudhatte
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan talaallii Ittisa dhibee Covid-19f Siinoofaarmii kuma dhibba 3 mootummaa Chaayinarraa argatte fudhatte.
Ministirri Ministeera…
Ityoophiyaannoonni 306 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 306 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa dhimmoota…
Komishiniin Poolisii Federaalaa Filannoo marsaa 6ffaa nagaa qabeessa taasiisuuf hojii qindoomaa…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii Federaalaa Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa nagaa qabeessa taasiisuuf hojii qindoomina qabu hojechuu eegaluu…
Ityoophiyaan boruu talaallii Sinoofaarm kuma 300 ni fudhatti
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan boruu Chaayinaan kan qophaa’ee talaallii vaayrasii koroonaa Sinoofaarm kuma 300 akka fudhattu ibsame.
Ministirri Ministeera Fayyaa…
Kuwaataritti invastimantii Ityoophiyaarratti kan xiyyeefate mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Kuwaataritti invastimantii Ityoophiyaarratti kan xiyyeefate mariin viidiyoo konfiraansiin gaggeeffamaa jira.
viidiyoo konfiraansiicha imbaasii…
Boruu eegalee galmeen waldaa mana jireenyaa ni eegala jedhame
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Boruu eegalee galmeen waldaa mana jireenyaa kan eegamu ta’uu Biiroon Misoomaa fi Bulchiinsa Manneennii Magaalaa Finfinnee beeksiiseera.
Boruu…
Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan 702 qabxii 600 ol galmeessan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC)- Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2012 fudhatan 702 qabxii 600 ol galmeessuun isaanii ibsameera.
Barattoonni qormaata biyyoolessaa…
Hidha haaromsaaf bakka bishaan ciisu qopheessuf marsaa lammaffaaf bosona heektara kuma 4 fi 854…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Hidha haaromsaaf bakka bishaan ciisu qopheessuf marsaa lammaffaaf bosona heektara kuma 4 fi 854 ciruun raawwatamuuf akka jiru Ejansiin…
Qajeelfamni COVID-19 ittisuuf ba’ee hojiirra oolu eegale
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC)- Qajeelfamni vaayrasii koroonaa ittisuuf ba’ee hojiirra oolu eegaleera.
Ministeerrii Fayyaa fi Abbaan Alangaa Waliigalaa Federalaa Sanbata darbe ibsa…