Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan seeftineetii misoomaawa boqonnaa 5ffaan ifoome
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC)- Sagantaan seeftineetii misoomaawa boqonnaa 5ffaan ifoomeera.
Sadarkaa biyyaatti aanaaleen 408 lammileen miiliyoonni 8 ol seeftineetii misoomaawaan…
Boruu eegalee bu’aa qormaata kutaa 12ffaa karaa ergaa gabaabaa 8181 beekuun ni danda’ama- Ministeera…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Boruu eegalee bu’aa qormaata kutaa 12ffaa karaa ergaa gabaabaa 8181 beekuun kan danda’amu ta’uu Ministeera Barnootaa beeksiise.
Qormaanni…
Aadde Adaanach sosochii geejjibaa magaalaa Finfinnee daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee sosochii geejjibaa magaalaa Finfinnee daawwatan.
Hanqina geejjibaa…
Dhaabbilee mootummaa federaalaa tajaajila fooyya’aa laatan 10f beekkamtiin laatame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC)- Dhaabbanni qulqullina badhaasa Ityoophiyaa komiishinii Siiviil Sarviisii FDRI waliin ta’uun dorgoommi addaa qulqullina tajaajilaa mootummaarratti…
Proojektiin addabaabaayii Masqalaa torbanoota muraasa keessaatti ni xumurama-Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC)- Itti Aaantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hoggantoota olaanoo Paartii Badaadhinaa magaalaa hanga aanaa jiran proojektii…
kitaabni barreessaa fi qorataa aadaaf seenaa obbo Boonsamoo Mi’eessoo eebbifame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC)- kitaabni barreessaa fi qorataa aadaaf seenaa obbo Boonsamoo Mi'eessoo har’a eebbifameera.
Kitaabni Gadaan bulii fi looga Oromoo Arsii jedhu kun obbo…
Dooktar Abiy Ahimad Indaastirii Injinariing Amuunishiin Hoomichoo daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Indaastirii Injinariing Amuunishiin Hoomichoo daawwataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad fuula miidiyaa…
Boordichi korri sabaa ABO Bitooteessa 4, 2013 gaggeesse ulaagaalee kan hin guunne ta’uu isaa…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC) –Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa yaa'iin waliigalaa ABOn Bitooteessa 4, 2013 gaggeesse ulaagaalee barbaachisu kan hin guunne ta'uu isaan…
Sagantaan baniinsa tarkaanfii addaa (Ineeshiteevii) misooma dammaa naannoo Oromiyaa Magaalaa…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC)- Sagantaan baniinsa tarkaanfii addaa (Ineeshiteevii) misooma dammaa naannoo Oromiyaa Magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa jira
Saganticharratti…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 2,142 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee,Bitootessa 18, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 2,142 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 15 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…