Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti torbee tokko keessatti namoonni yakka garaagaraan shakkaman 359 to’ataman
Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti torbee tokko keessatti namoonni yakka garaagaraan shakkaman 359 to'atamuu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksise.
Magaalicha…
Obbo Shimallis Abdiisaan godina Jimmaa aanaa Qarsaatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan godina Jimmaa aanaa Qarsaatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwataniiru.
Obbo…
Balaa ibidda bosonaa iddoo garaagaraatti qaqqabe dhaamsuuf qaamni hundi hirmaannaa akka taasiisu…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa balaa ibidda bosonaa iddoo garaagaraatti qaqqabe dhaamsuuf qaamni hundi hirmaannaa akka taasiisu waamichi…
Qaamoleen qajeelfama weerara Covid -19 ittisuuf ba’e cabsan adabbii hidhaa waggaa sadiin…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Qaamoleen qajeelfama weerara Covid -19 ittisuuf ba'e cabsan adabbii hidhaa waggaa sadiin adabamu jedhame.
Ministeerri Fayyaa fi Abbaan Alangaa…
Kitaabni‘’Daandii Ida’amuu’’ Dooktar Abiy Ahmadiin barreeffame bakka obbo Shimallis Abdiisaa…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Kitaabni ‘Daandii Ida'amuu’ Dooktar Abiy Ahmadiin barreeffame bakka Preezdaantiin Mootuummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa argamanitti…
Kitaabni mata duree ‘Daandii Ida’amuu’ Dooktar Abiy Ahmadiin barreeffame galma…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Kitaabni mata duree 'Daandii Ida'amuu' Muummicha ministeeraa Ityoophiyaa Dooktar Abiy Ahmadiin barreeffame guyyaa hardha magaalaa shaashamannee,…
Filannoo 2013f ramaddiin Televizhiinii sa’aatii 700, Raadiyoo sa’aatii 400 fi Gaazexaa dhiyaate
Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Filannoo 2013f ramaddiin Televizhiinii sa’aatii 700, Raadiyoo sa’aatii 400 fi Gaazexaa paartilee siyaasaaf dhiyaateera.
Ramaddiichi kan…
Proojaktiin bishaan dhugaatii qulqulluu baasii Birrii miiliyoona 55 oliin ijaarame eebbifame
Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’oo Finfinnee Proojaktii bishaan dhugaatii qulqulluu baasii Birrii miiliyoona 55 oliin ijaarsise guyyaa har’aa…
Magaalaa Daseetti kan ijaarame dhaabbanni korojoo Piippii Xiixaa eebbifamuun hojii eegale
Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Magaalaa Daseetti baasii Birrii miiliyoona 80n kan ijaarame dhaabbanni korojoo Piippii Xiixaa eebbifamuun hojii eegaleera.
Dhaabbatichi wayita…
Magaalichatti Giddugalli Sagantaa Kunuunsa Daa’immanii Ijaaraaman Eebbifame
Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Giddugalli Sagantaa Kunuunsa Daa’immanii Ijaaraaman Eebbifameera.
Sagantirratti Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa…