Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boordichi adeemsa Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa ilaalchisee paartilee Siyaasaa waliin marii…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) –Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa adeemsa Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa ilaalchisee paartilee Siyaasaa waliin marii taasiisaa jira.…
Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa loltooda humna addaa qilleensarraa fi Komaandoowwan eebbisiise
Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) –Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa birgeedii loltooda humna addaa qilleensarraa marsaa 12ffaa fi Komaandoowwan marsaa 34ffaa eebbisiiseera.…
Hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – Preezdaant…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen naannoo Hararitti giddugala Hospitaala Feestullaa, Koolleejjii Innaay Abiidaa fi Godaambaa dhuunfaa Abdallaa…
Filannoo Biyyaalessaa marsaa 6ffaaf ramaddiin yeroo qilleessaa kakaasii Filannoo paartiilee ifoome
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Filannoo Biyyaalessaa marsaa 6ffaaf ramaddiin yeroo qilleessaa kakaasii miidiyaalee paartiilee Siyaasaa ifoomeera.
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa…
Dhaabbileen misoomaa mootummaa 7 irra hidaan biyya keessaa fi alaa Birrii biiliyoonni dhibbi 7 fi…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Dhaabbileen misoomaa mootummaa 7 irra hidaan biyya keessaa fi alaa Birrii biiliyoonni dhibbi 7 fi biiliyoonni 80 ykn Doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 19…
Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamuu sassaabbii oomisha qamadii aanaa Saqqaa daawwate
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu sassaabbii oomisha qamadii aanaa Saqqaa daawwateera.
Jilichi aanaa…
Bosonni Jibaat balaa ibiddaa gubachaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Bosonni Jibaat balaa ibbidaa gubachaa jiraachuu Dhaabbanni Bosonaa fi Bineensa Bosonaa Oromiyaa Distiriikti damee Finfinnee beeksiseera.
Bosonni…
Ityoophiyaannoonni 299 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 299 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma…
Godina Qellem Wallaggaatti duulli talaallii pooliyoo laatamu eegale
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaatti duulli talaallii pooliyoo laatamu eegaleera.
Duulli talaallii pooliyoo daa'immaan waggaa 5 gadiif laatamuu kun hanga…
Jilli obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Jimmaa gale
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Durfamu Magaalaa Jimmaa galeera.
Jilli Preezdaantii Mootummaa…