Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Preezdaant Saahilawarq Zawdeen durfamu Hararii gale
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Jilli Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdeen durfamu Harariin galeera.
Jilichi buufata xiyyaaraa Dirree Dawaa wayita ga’u Preezdaantiin naannoo…
Jijjiirrama akka biyyatti dhufe keessatti ga’een dargaggootaa olaanadha – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Jijjiirrama akka biyyatti dhufe keessatti hirmaannaan dargaggootaa olaanaa ta’uu itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee…
Naannoon Kibbaa, Soomaalee fi Afaar lammiilee naannoo Tigraayiif deeggarsa Birrii miiliyoona 53…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Naannoon Kibbaa, Soomaalee fi Afaar lammiilee naannoo Tigraayiif maallaqaa fi akaakuun deeggarsa Birrii miiliyoona 53 taasiisaniiru.
Ummanni…
Finfinneetti kaleessa balaawwan ibiddaa qaqqabeen qabeenyi tilmaamaa miiliyoona 6 ol barbadaa’e
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti kaleessa balaawwan ibidda qaqqabeen qabeenyi tilmaamaa Birrii miiliyoona 6 olii barbadaa’uu Komishiniin Hooggansa Sodaa Balaa fi…
Naannoo Kibbaa aanaa addaa Baaskeettootti walitti bu’iinsa walii waliinii ka’een namoonni dhuunfa 35…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Naannoo Kibbaa aanaa addaa Baaskeettootti walitti bu’iinsa walii waliinii ka’een namoonni dhuunfa 35 miidhaa qaqqabsisaniiru jedhaman hidhan adabaman.…
Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamuu proojektiwwan magaalaa Shaashamannee daawwate
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Jilli itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Kilaastara Magaalota naannoo Oromiyaaa, Aadde Caaltuu Saaniin durfamu proojektiwwan magaalaa…
Dooktar Abiy daawwannaa Eertiraatti taasiisan xumumuran deebi’aniiru
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojii Eertiraatti taasiisan xumumuran har’a gara biyyaa deebi’aniiru.…
Loltoota Eertiraa daangaa Ityoophiyaa baasuun raayyaa ittisa biyyaa Ityoophiyaa bakka buusuuf…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Loltoonni Eertiraa daangaa Ityoophiyaatii akka ba’aanii fi raayyaan ittisa biyyaa Ityoophiyaa bakkicha akka bu’u Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaant…
Balaan Ibiddaa Bosona Cilaaloo Gaalamaatti irra deebiin muudate
Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Balaan Ibiddaa Bosona Cilaaloo Gaalamaatti irra deebiin muudachuu ibsame.
Balaa Ibiddaa Bosona Cilaaloo Gaalamaatti irra deebiin muudate dhaamsuuf…
Ityoophiyaatti namoota sadi keessaa tokkorratti Covid-19 argamuu danda’a –…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti namoota sadi keessaa tokkorratti Covid-19 argamuu akka danda'u Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa beeksiise.…