Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa fi Dhaabbata Mootummooota Gamtoomanitti Komishiniin Olaanaa…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa fi Dhaabbata Mootummooota Gamtoomanitti Komishiniin Olaanaa Mirgoota Namoomaa sarbiinsa mirga namoomaa naannoo…
Jilli Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Eertiraa Asmaraa gale
Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Eertiraa Asmaraa galeera.
Jilichi waayita buufata xiyyaaraa Asmaraa ga’uti…
Waan karoorfanne jechaan osoo hin taane gochaan hojjennee agarsiisaa jirra. obbo Dhaabaa Dabalee
Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Qamadii Gannaafi Jallisiin oomishame kuntaala miliyoona 1 gabaa biyyolessaaf dhiheessuuf waliigalteen mallattaa'e.
Yuuniyeenota qonnaan…
Godina wallaggaa Bahaattii biqiltuun bunaa miiliyoona 100 fi miiliyoona 14 ol qophaa’e
Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) –Godina wallaggaa Bahaatti biqiltuun bunaa miiliyoona 100 fi miiliyoona 14 ol waqtii Gannaa dhufu dhaabbachuuf qophaa’uu Waajjirri Qonnaa fi Qabeenya…
Ministeerri Galiiwwaniin meeshaalee birrii miiliyoona dhibba 9 olitti tilmaamaman akaakuun deeggarsa…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Ministeerri Galiiwwaniin lammiilee balaa uumamamaa fi namtolcheen miidhamaniif meeshaalee birrii miiliyoona dhibba 9 olitti tilmaamaman akaakuun…
Yuunvarsiitich manneen barnootaa Dooktar Abiy itti barataniif meeshaalee birrii miiliyoona 1.5…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Finfinnee manneen barnootaa Dooktar Abiy Ahimad itti barataniif meeshaalee birrii miiliyoona 1.5 deeggarsa taasiiseera.…
Manni marichaa wixinee labsii seera daldalaa fooyya’aa jiru ragga’e
Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii seera daldalaa fooyya’aa jiru ragga’e.
Wixinichi waggoota 62 darbaniif hojiirra kan turee fi…
Mariin mata duree ga’een dhaabbilee faayinaansii damee tuuriizimii jedhuun gaggeeffameera
Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Mariin mata duree ga’een dhaabbilee faayinaansii damee tuuriizimii jedhuun gaggeeffameera.
Saganticharratti hoggantoota Ministeeraa Aadaa fi…
Waltajjiin biyyaalessaa sababa ka’umsa qaala’iinsa jireenyaa fi yaada furmaataarratti xiyyeeffate…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Faanaa Broodkaasting Korporeet waltajjii marii biyyaalessaa sababa ka’umsa qaala’iinsa jireenyaa fi yaada furmaataarratti xiyyeeffate gaggeessaa…
Gamtaan Awurooppaa tumsa tarsiimoo Ityoophiyaa waliin qabuuf iddoo addaa kan laatu ta’uu beeksiise
Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa tumsa tarsiimoo Ityoophiyaa waliin qabuuf iddoo addaa kan laatu ta’uu beeksiiseera.
Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo…