Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Giitaa Paasiin durfamu Jigjigaa gale
Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Jilli Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Giitaa Paasiin durfamu naannoo Soomaalee magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa…
Obbo Dammaqaan Sudaanii fi Sudaan Kibbaatti ergamaa addaa Ameerikaa waliin dhimmoota hidha…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Sudaanii fi Sudaan Kibbaatti jila ergamaa addaa Ameerikaa…
Afrikaa fi Raashiyaan tumsa aadaa qaban deebisanii ijaaruun michummaa isaanii cimsuu qabu –…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Afrikaa fi Raashiyaan tumsa aadaa qaban deebisanii ijaaruun michummaa isaanii cimsuu akka qaban Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Dubbatan.…
Ityoophiyaanonni 295 Sawuud Arabiyaa magaalaa Jiddaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanonni 295 Sawuud Arabiyaa magaalaa Jiddaa irraa gara biyya isaanitti deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen wayita buufata xiyyaaraa idil…
Buufanni keeniyaa Laamuu baatii Waxabajjii dhufu Ityoophiyaaf tajaajila laachuu eegala
Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Buufanni keeniyaa Laamuu baatii Waxabajjii dhufu Ityoophiyaaf tajaajila laachuu akka eegalu ibsame.
Dura Taa’aan proojaktii Laapseet Meejar…
Ambaasaaddar Alamaayyoon Ministeera Dhima Alaa Raashiyaatti Daayreekata dhimmoota Afrikaa waliin…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Raashiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Alaamaayyoo Taganuun Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaatti daayreektara Dhimmoota Afrikaa Tikaacheenkoo…
Ambaasaaddar Muluu Salamoon miseensota Paarlaamaa Jarmaniif haala waqtaawaarratti ibsa laatan
Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Jarmanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Muluu Salamoon Paarlaamaa Jarmanitti miseensota koree Diinagdee fi Tumsa misoomaaf haala waqtaawaarratti ibsa…
Miidhaa bulchiinsaa qaamolee hojii raawwachiisaniin ga’an furuuf adeemsa taasiifamu gufuun quunnamuu…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Miidhaa bulchiinsaa qaamolee hojii raawwachiisaniin ga’an furuuf adeemsa taasiifamu gufuun quunnamuu Dhaabbanni Abbaa Gaar Ityoophiyaa beeksiise.…
Dooktar Liyaan eegdoota olaanoo Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan haala waqtaawaa weerara vaayrasii koroonaa ilaalchisee eegdoota olaanoo Yaa’ii Dhaabbilee…
Boolla qotuun marsaa jalqabaa proojaktiin Ji’ootermaalii Tulluu Mooyyee xumurame
Boolla qotuun marsaa jalqabaa proojaktiin Ji’ootermaalii Tulluu Mooyyee xumurame
Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Boolla qotuun marsaa jalqabaa proojaktiin Ji’ootermaalii Tulluu…