Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu adaamaatti Qamadii jallisiin misoome daawwate
Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) - Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaan obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Adaamaatti oyiruu qonnaan bultoota Qamadii jallisiin…
Ityoophiyaatti yaa’iin jalqabaa invatsimantii geejjibaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) - Ityoophiyatti yaa’iin jalqabaa invatsimantii geejjibaa gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’ichi har’aa fi Boru gaggeeffama jedhameera. Yaa’icharratti…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,692 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee,Bitootessa 14 ,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,692 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 19 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Haguuggii Fuulaa malee socho’uun dhuganii konkolaachiisuun tokko – Dooktar Liyaa…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 (FBC) – Ministeerri Ministeera Fayyaa fi Poolisiin Federaalaa haala waqtaawaarratti ibsa waloo laalaataniiru.
Yeroo ammaa lakkoofsi namoota vaayrasii…
Waliigalteen damee tuuriizimii teeknooloojii dijitaalaatin ammayyeessuu mallaatta’e
Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 ( FBC) – Waliiglteen damee tuurizimii teeknooloojii dijitaalaatin ammayyeessuu dandeessiisu mallaatta’eera.
Waliigalticha Ministirri Ministeera…
Filannoon bara kanaa hirmaachisaa, Diimooktaatawaa fi haqa qabeessa akka ta’uuf ni hojjetama –…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Filannoon bara kana Diimookraatawaa, haqa qabeessaa fi bilisaan akka gaggeeffamu ni hojjetama…
Ityoophiyaan biyya lammiileen hundi walqixxummaan keessa jiraatan ta’uu qabdi-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 ( FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad walga’ii mana maree bakka bu’oota uummataarratti gaaffii miseensota mana marichaarraa ka’aniif…
Tattamsa’inni Vaayrasii koroonaa dabalaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise
Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 (FBC) – Tattamsa’inni Vaayrasii koroonaa dabalaa waan jiruuf hawaasni ofeeggannoo taasisuu akka qabu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Ministirri Fayyaa…
Hidha Haaromsaa Guddichaa ilaalchisee gaaffiin mariisisaa qaama 4ffaan akka seenuu gaafatame hiikkaa…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 ( FBC) – Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaa ilaalchisee mariin sadeenii osoo hin goolabamiin gaaffiin marisiisaa qaamni 4ffaa akka seenuuf gaatamee hiikkaa…
Biiroon Bulchinsaa fi Misooma Manneenii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee rakkoo fi fedhii mana…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 (FBC) – Biiroon Bulchinsaa fi Misooma Manneenii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee rakkoofi fedhii mana jireenyaa hawaasaa furuuf hojjechaa jiraachuu ibseera.…