Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Duumeessa samii keessatti kuufame gara Roobaatti jijjiiruun danda’ameera – Dooktar Abiy
Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 ( FBC) – Duumeessa samii keessatti kuufame teeknooloojii fayyadamuun gara Roobaatti jijjiiruun danda’amuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Ityoophiyaa fi Ejansiin tumsa Idil Addunyaa Kooriyaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 32…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Ejansiin tumsa Idil Addunyaa Kooriyaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 32 mallatteessaniiru.
Waliigalticha Ministeeri…
Ityoophiyaan dhiibbaa muudate dandamachuun biyya guddina bu’aa qabeessa galmeessiteedha – Dooktar…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaaffii miseensoota mana maree bakka bu’oota uummataaraa ka’eef deebii laataniiru.
Weerarri Covid – 19,…
Manni Maree Bakka Bu’oota Uummaata walg’ii idilee 11 bara hojii 6ffaa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 ( FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Uummaata walg’ii idilee 11 bara hojii 6ffaa Walga’ii 5ffaa gaggeesseera.
Walga’ichis galmaa waajjira Muummee…
Magaalaa Arbaa Mincii gabaa Sheechaatti balaan ibiddaa qaqqabee to’annaa jala oolu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 (FBC)- Magaalaa Arbaa Mincii giddugala gabaa Sheechaatti sababa hin beekamneen balaan ibiddaa qaqqabee to’annaa jala oolu ibsameera.
Ibiddichi…
Magaalaa Finfinneetti fayyadamummaa qonnaan bultootaa itti fufiinsaan mirkaneessuuf qajeelfamni…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti weerara lafa seeraan alaa ittisuu fi fayyadamummaa qonnaan bultootaa itti fufiinsaan mirkaneessuuf qajeelfamni qophaa'uu…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,537 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee,Bitootessa 13 ,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,537 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 15 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Magaalaa Goondaritti Shugguxiin Turkii 599 to’atame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) – Magaalaa Goondaritti Shugguxiin Turkii seeraan alaa 599 to’atamuu Poolisiin magaalichaa beeksiise.
Eeruu Tika Nageenyaa fi…
Lammiileen Ityoophiyaa 312 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 312 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa dhimmoota…
Boordichi sanada ABOn galchee qoratee murtoo akka laatu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyalessaa sanada Addi Bilisummaa Oromoo galchee qoratee murtoo kan laatuu ta’uu beeksiseera.
Obbo Araarsoo Biqilaa xalayaa…