Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Reedwaan walga’ii Ministirootaa Mana Maree Nageenyaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaatan
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen walga’ii Ministirootaa Mana Maree Nageenyaa Gamtaa Afrikaa…
Dr Abiy Ahimad boruu haala waqtaawaa biyyaarratti Mana Maree Bakka Bu’oota Uummaataaf ibsa ni laatu
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummaata boruu walg’ii idilee 11 bara hojii 6ffaa ni gaggeessa.
Walga’ichis galmaa waajjira Muummee…
Preezdaant Joon Maaguufuuliin malaamaltummaa ittisuurratti tattaaffii cimaa taasiisaniiru –…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) – Preezdaantiin duraanii Taanzaaniyaa Joon Maaguufuuliin malaamaltummaa ittisuu fi aadaa hojii babal’isuuf tattaaffii cimaa taasiisuu isaanii…
Naannoon Oromiyaa horsiisee bultoota naannoo Sumaaleef deeggarsa nyaata beeyladaa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa horsiisee bultoota naannoo Sumaaleef deeggarsa nyaata beeyladaa Birrii miiliyoona 3.1 olitti tilmaamuu…
Dooktar Abiy dandeettii fi qophii Afrikaan Covid -19 ittisuuf agarsiifte dinqisiifatan
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Afrikaan dhiibbaa weerara vaayrasii koroonaa dandamachuuf dandeettii fi qophii agarsiifte…
Guyyaan bishaanii addunyaa yeroo 27ffaa kabajamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC)- Guyyaan bishaanii addunyaa yeroo 27ffaa kabajamaa jira.
Guyyichi mata duree ‘bishaaniif gatii laachuu’ jedhuun kabajamaa kan jiru.…
Poolisiin qaamolee odeeffannoo sobaa tamsaasaan akeekkachiise
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC)- Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee qaamolee haleellaan sabummaa fi amantii bu’ureeffatee rawwatamuufi jechuun odeeffannoo sobaa tamsaasaan…
Ityoophiyaatti yaa’iin jalqabaa invatsimantii geejjibaa gaggeeffamuufi
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC)- Ityoophiyatti yaa’iin jalqabaa invatsimantii geejjibaa Ityoophiyaatti ni gaggeeffama.
Yaa’ichi Roobii fi Kamisa gaggeeffama jedhameera.
Ministirri…
Waldaan aksiyoonaa Irree ‘Trading’ kaapitaala mallatteeffame birrii miliyoona 36…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2013 (FBC) – Waldaan aksiyoonaa Irree 'Trading' kaapitaala mallatteeffame Birrii miiliyoona 36 magaalaa Finfinneetti hundeeffame.
Waldaa dargaggootaan…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,724 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee,Bitootessa 12 ,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,724 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 12 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…