Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waggoottan kurnan darbanitti Ijaarsa Hidha Haaromsaaf Birriin biliiliyoonni 14.98 hawaasarraa…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2013 (FBC) – Waggoottan kurnan darbanitti Ijaarsa Hidha Haaromsaaf Birriin biliiliyoonni 14.98 hawaasarraa walitti qabamuu Manni Maree qindeessaa hirmaannaa ummataa…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hooggantoota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin marii’atan
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hooggantoota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin marii’atan
Finfinnee, Bitootessa 12, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad…
Bulchiinsa magaalaa Hawaasaatti tattamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf biiffaan kemikaalaa…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaatti tattamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf biiffaan kemikaalaa gaggeeffameera.…
Bakka buutota Warshaalee simiintoofi Raabsitoota simintoo waliin mari’atame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2013 (FBC) – Biiroon Daldalaa Oromiyaa qajeelfamaa, karoora dhiyeessii fi raabsaa simintoo raawwachiisuuf qophaa’e irratti bakka buutoota warshaalee simiintoo fi…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,778 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee,Bitootessa 11 ,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,778 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 29 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Baalli Sammuu adoochu kiiloo giraamni kumni 5 to’aatame
Finfinnee, Bitootessa 11, 2013 (FBC) – Birrii miiliyoona 20tti kan tilmaamamu Baalli Sammuu adoochu kiiloo giraamni kumni 5 to'atamuu buufanni to'aannoo Gumrukaa Hawaasaa Damee Ciiccuu…
Boordichi waldaalee siiviilii 36 filannoo waliigala marsaa 6ffaa taajjabuuf galma’aanif beekkamti…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyoolessaa waldaalee siiviilii 36 filannoo waliigala marsaa 6ffaa taajjabuuf galma’aanif beekkamti laachuu ibse.…
Lammiilee fi dhalattoonni Ityoophiyaa Sudaan jiraatan hiriira deeggarsa ba’an
Finfinnee, Bitootessa 11, 2013 (FBC) – Lammiilee fi dhalattoonni Ityoophiyaa Sudaan jiraatan hiriira deeggarsa mootummaan olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti fudhate…
Diyaaspooran Ityoophiyaa dhiibbaa biyyattirratti baname ittisuuf hojjachaa jira jedhame
Finfinnee, Bitootessa 11, 2013 (FBC)- Ityoophiyaanoonnii fi michuwwan Ityoophiyaa kutaalee addunyaa garagaraa jiraatan dhiibbaa hin malle kan biyyattirratti baname ittisuuf carraaqqii…
Jilli Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eeliin durfamuu daawwannaa hojiif Sudaan Kibbaa gale
Finfinnee, Bitootessa 11, 2013 (FBC)- Jilli Komishinara komishinii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eeliin durfamuu daawwannaa hojiif Sudaan Kibbaa Juubaa galeera.
Jilichi…