Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komiishiniin Poolisii Finfinnee poolisoota leenjii saayinsi poolisii idileen leenjise kuma 3 ol…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2013 (FBC)- Komiishiniin Poolisii Finfinnee poolisoota leenjii saayinsi poolisii idileen leenjisaa ture kuma 3 fi 100 eebbisiiseera.
Poolisoota baatiiwwan 5f…
Magaalaa Awwadaayitti ijaarsa Hidha Haaroomsaa Guddichaaf Birriin miiliyoonni 1 ol walitti qabame
Finfinnee, Bitootessa 11, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaa bulchiinsa magaalaa Awwadaayitti ijaarsa Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaaf Birrii miiliyoonni 1 ol walatti qabamu ibsameera.…
Tokkummaa keenya cimsannee qabeenya uumamaa qabnu diingdeetti jijjiiruun fayyadamummaa uummaaaf ni…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2013 (FBC) – Tokkummaa keenya cimsannee qabeenya uumamaa qabnu diingdeetti jijjiiruun fayyadamummaa uummaaaf ni hojjanna jedhan Muummee Ministiraa FRDI Dooktar Abiy…
Duudhaalee Walgargarsaa Uummataatti fayyadamuun rakkoolee hawaasummaa hiikuun ni danda’ama…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2013 (FBC) – Duudhaalee Walgargaasaa Uummataatti fayyadamuun rakkoolee hawaasummaa uummata keessa jiran hiikuun kan danda'amu ta'uu Biiroon Dhimma Hojjetaa fi…
Buufanni raabsa humna elektirikaa Giincii Doolaara miiliyoona 8.4n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Bitootessa 11, 2013 (FBC) – Buufanni raabsa humna elektirikaa Giincii Doolaara miiliyoona 8.4n ijaarame har'a bakka hoggantoonni mootummaa olaanoon argamanitti…
Ijaarsi Proojektii misooma Haroo Wancii fi Dandii ifatti eegalame
Finfinnee, Bitootessa 11, 2013 (FBC) – Ijaarsi proojeektii misooma Haroo Wancii fi Dandii har'a bakka Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahmad argamanitti ifaatt eegalameera.
Sirnicharratti…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,994 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee,Bitootessa 10 ,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1994 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 16 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Preezdaant Saahilawarq Preezdaantii Taanzaaniyaa haaraaf ergaa deeggarsaa dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Preedaantii haaraa Taanzaaniyaa Saamiiyaa Suuhuuluuf ergaa deeggarsaa dabarsaniiru.
Gadda biyyaa fi ummata…
Abbaan Taayitichaa haala ramaddii sa’aa qilleensaa ilaalchisuun boordii filannoo biyyaalessaa waliin…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Galmeen kaadhimamaa xumuruun walqabatee haala ramaddii sa’aa qilleensaa ilaalchisuun Abbaan Taayitaa Biroodkaasti Ityoophiyaa boordii filannoo…
Baazaarii fi Agarsiifni Waldaalee Hojii Gamtaa Biyyaaleessaa 8ffaan guyyaa har’aa baname
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Baazaarii fi Agarsiifni Waldaalee Hojii Gamtaa Biyyaaleessaa 8ffaan hanga Bitooteessa 13, 2013tti turu Magaalaa Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti…