Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan qaamolee garee ABUTiif deeggarsa taasisanii fi da’oo ta’aniif akeekkachiisa…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC)- Mootummaan qaamolee garee juuntaaf tumsaa taasisaniif akeekkachiisaa dhumaa laachuu beeksiseera.
Gareen seeraan alaa ABUT kallattinis ta’e…
Tajaajila geejjibaa ummataa qofaaf kan oolu sararoonni tiraafika haaraan 6 hojiirra oolufi
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti Tajaajila geejjibaa ummataa qofaaf kan oolu sararoonni tiraafika haaraan 6 hojiirra oolufi akka jiru Biiroon geejjibaa…
Komishinichi miseensoota nageenyaa fi olaantummaa seeraa kabachiisuurratti leenjii fudhatan 610…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii Federaalaa miseensoota nageenyaa fi olaantummaa seeraa kabachiisuurratti leenjii fudhatan 610 eebbiseera.
Miseensoonni…
Lammiileen Ityoophiyaa 338 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 338 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa…
Mootummaan warshaalee Zayitaa Faabeellaa fi Shaamuuf liqii Doolaara miilyoona 44 dhiyeessuufi
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Mootummaan warshaalee Zayitaa Faabeellaa fi Shaamuuf liqii Doolaara miiliyoona 44 dhiyeessuuf ta’uu ibsameera.
Jilli Ministeera…
Aadde Daagimaawwit Mogas Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Swiidiin waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Geejjiba aadde Daagimaawwit Mogas Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Swiidiin Haans Heenriik Loondiikiist waliin…
Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa walitti qaburratti xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) –Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti ergamaan addaa Ityoophiyaa ambaasaaddar Taayyee Atsiqasilaaseen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti…
Feestivaalli aadaa sadarkaa magaalaa 12ffaan baname
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC)- Feestivaallii aadaa sadarkaa magaalaa 12ffaan banameera.
Feestivaalichi mata duree ‘aadaa nageenyaa fi tokkummaa uummataaf’ jedhuun kabajamaa…
Lammiilee fi dhalattoonni Ityoophiyaa Awustaraaliyaa jiraatan hiriira ba’an
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC)- Lammiilee fi dhalattoonni Ityoophiyaa Awustaraaliyaa jiraatan humnoota Ityoophiyaarratti dhiibbaa uumuuf yaalaan mormuun hiriira ba’aniiru.
Lammeen…
Ameerikaan lammiilee naannoo Tigaayiif Doolaara miiliyoona 52 deeggarsa taasiifte
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Ameerikaan deeggarsa namoomaa lammiilee naannoo Tigyaayiif kan oolu Doolaara miilyoona 52 deeggarsa taasiisuu beeksiifte.
Ityoophiyaatti Imbaasiin…