Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahilawarq boqachuu Preezdaantii Taanzaaniyaatti gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen boqachuu Preezdaantii Taanzaaniyaa Joon Maaguufuuliiniitti gadda itti dhaga'ame ibsaniiru.
Preezdaant…
Preezdaant Saahilawarq gita isaanii Jarman waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen gita isaanii Jarman Firaank Waaltar Istaayinmaayer waliin mari'ataniiru.
Preezdaant Saahilawarq gita isaanii…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 2,057 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee,Bitootessa 9 ,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 2,057 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 10 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Afrikaan nagaa fi tasgabbii addunyaaf qooda ishee ba’achaa jirti – Obbo Dammaqaa Makonniin
Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin waltajjii Mana Maree Nageenyaa fi Tasgabbii…
Ityoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa tumsa yeroo itti aanuu waliin qabaatan ilaalchisee marii taasiisan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa tumsa bara Faranjootaa 2021 hanga 2027 waliin qabaatan ilaalchisee sanada qophaa’erratti har’a Ministeera…
Ambaasaaddar Mallas Alem Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC) – Keeniyaatti Ambaasaaddarri guutuun Ityoophiyaa Ambaasaaddar Mallas Alem Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa waliin dhimmoota waloorratti…
Tuuriizim Ityoophiyaa fi Feesbuukiin sagantaa gurgurtaa diijitaalaa eegalchiisan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC) – Tuuriizim Ityoophiyaa fi Feesbuukiin dameen Tuuriizimii weerara vaayrasii koroonaarraa dandamachiisuuf sagantaa gurgurtaa diijitaalaa ifatti…
Bulchiinsi magaalichaa hojjettoota qulqullina magaalaarratti bobba’aaniif tajaajila geejjibaa tolaan…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen bulchiinsi magaalichaa hojjettoota qulqullina magaalaarratti…
Yakkoota Taaksiii to’achuu fi waliin dhahuu ittisuuf hojjetameen Birriin Biiliyoona 4 ol…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC) - Komishiniin Poolisii Federaalaa Riifoormiidhaan booda gurmaa'iinsa keessoo isaa fooyyessuun ji'oota 8n darbanitti hojii gaarii hojjachuu beeksiise.…
Dargaggoonni jeequmsa uumaan jechuun to’ataman mana murtiin bilisa ba’anis hanga ammaatti gadi hin…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC) - Jimmaa Yuunvarsiitti dargaggoonni jeequmsa uumaan jechuun to’ataman Mana Murtiin bilisa ba’anis hanga ammaatti kan gadi hin lakkifamne ta’uu…