Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahilawarq hojii raawwachiisaa olaanaa ‘UNAIDS’ waliin mari’tan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hojii raawwachiisaa olaanaa ‘UNAIDS’ Wiinii Biiyaaniyuumaan waliin mari’taniiru.
Preezdaant…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen dhaabbileen oomishaa fi tajaajila qulqullina qaban akka dhiyeessan…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC)-Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen dhaabbileen oomishaa fi tajaajila qulqullina qaban akka dhiyeessan ibsaniiru.
Preezdaanttittiin…
Dhukkubsattoonni gara wallaansa yaala cimaa galan daraan baay’achuu hordofee hanqinni meeshaalee…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC) - Namoonni dhibee vaayrasii koroonaan dhukkubsachuun gara wallaansa yaala cimaa galan daraan baay’achuu hordofee hanqinni meeshaalee hargansuu muudachuu…
Lammiilee fi dhalattoonni Ityoophiyaa Laas Veegaas jiraatan hiriira ba’an
Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC)- Lammiilee fi dhalattoonni Ityoophiyaa Laas Veegaas jiraatan qaamolee seera baaftootaa fi raawwachiiftootaa Ameerikaatin dhibbaa dippiloomaasii hin…
Ityoophiyaanoonni 337 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 337 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Bakka bu’aan Daayreektara…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad boqachuu Preezdaanti Taanzaaniyaatti gadda itti dhaga’ame…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad boqachuu Preezdaanti Taanzaaniyaa Joon Maaguufuulii gadda itti dhaga’ame ibsan.
Dooktar Abiy Ahimad…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,704 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee,Bitootessa 8 ,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,704 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 19 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Ityoophiyaan guddina ishee itti fufaa taasiisuuf muuxxannoo Humnaa Arjentiinaa ni fudhatti –…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) – Mana Maree Bakka Bu'oota Uummatti walitti qabaan koree dhaabbii dhimmoota hariiroo alaa fi nageenyaa Dooktar Nagarii Leencoon jila Ityoophiyaatti…
Falmii filannoo taasisuuf Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet dabalatee dhaabbileen 11 filataman
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) – Falmii filannoo taasisuuf Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet dabalatee dhaabbileen 11 filatamuu boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa beeksise.…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Ambaasaaddara Sawuud Arabiyaa waliin marii’atan
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) – Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ambaasaaddara Sawuud Arabiyaa Saamii Jaamil Abdulaahin waliin…