Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Buuffanni rabsaa humna elektirikaa Giincii Doolaara miiliyoona 8.4n ijaarame Sanbata dhufu eebbifama
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) – Buuffanni rabsaa humna elektirikaa Giincii Doolaara miiliyoona 8.4n ijaarame Sanbata dhufu eebbifama.
Ministirri Innooveeshinbii fi…
Chaayinaan michuu Ityoophiyaa murteessituudha – Ambaasaaddar Reedwaan Huseen
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Mariin Siyaasaa jalqabaa Ityoo – Chaayinaa sadarkaa Ministir Deettawwaniitti gaggeeffameera.
Marii viidiyoo Konfaransiin gaggeeffameerratti…
Galmee kaadhimamtootaa waliin walqabatee iyyannoowwan 500 dhiyaachuu Boordiin Filannoo beeksiise
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Galmee kaadhimamtootaa waliin walqabatee iyyannoowwan 500 dhiyaachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksiise.
Boordiin…
Sirni barnootaa haaraan haala waqtaawaa giddugaleessa godhate qophaa’aa jira – Ministeera Barnootaa
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Sirni barnootaa waliigalaa haaraan haala waqtaawaa giddugaleessa godhate qophaa’aa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksiise.…
ABOn Boordiin Filannoo yoo eeyyameef filannoorratti kan hirmaatu ta’uu beeksiise
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Addi Bilisummaa Oromoo Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa yoo eeyyameef filannoorratti kan hirmaatu ta’uu beeksiise.
Paartichi yaa’ii…
Ijaarsa Hidha Haaromsaa xummuruun dhaloota boruuf hojjechuudha – Obbo Dammaqaa Makonniin
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Ijaarsa Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaa waggaa 10ffaa sababeeffachuun Siimpooziyeemiin gaggeeffamaa jira.
Siimpooziyeemiin Ministeerri…
Sagantaan nyaata addunyaa lammiilee naannoo Tigraayiif deeggarsa taasiisu dhiyeessuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Sagantaan nyaata addunyaa lammiilee naannoo Tigraay kuma dhibba 7 fi kuma 70f deeggarsa midhaan nyaataa taasiisu dhiyeessuu eegaleera.…
Baatiwwan saddeettan darbanitti birriin biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 91 ol walitti qabame…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Baatiwwan saddeettan darbanitti Birriin biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 91 ol walitti qabamuu Ministeerri Galliiwwanii beeksiise.…
Lammiileen Ityoophiyaa Loos Anjalas jiraatan dhiibbaa Ameerikaan Ityoophiyaarratti taasiisaa jirtu…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalootaan Ityoophiyaa Loos Anjalasii fi naannawaa ishee jiraatan dhiibbaa Ameerikaan Ityoophiyaarratti taasiisaa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,490 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee,Bitootessa 7 ,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,490 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 18 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…