Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhangaggootti proojaktiin misooma qabeenyaa umaama baasii Birrii miiliyoona 10 hojjetamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 7, 2013 (FBC) –Dhangaggootti proojaktiin misoomaa qabeenyaa umaama baasii Birrii miiliyoona 10 hojjetamaa jiraachuu ibsame.
Proojekatichi naannoo…
Ityoophiyaannoonni 140 Yamanii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 7, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 140 Dhaabbata Baqattoota Idil addunyaatin gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen fedhiisaaniin gara biyyaa deebi'uu…
Komiishinichaaf deeggarsi meeshaalee qorannoo garagaraa gaggeeffamuu tumsu taasifame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2013 (FBC) - Komiishinii Poolisii Federaalaaf deeggarsi meeshaalee qorannoo garagaraa gaggeeffamu tumsu taasifameera.
Deeggarsichi Dhaabbata Mootummoota…
Artiist Haacaaluu Hundeessaa badhaasa ‘Grammy’ irratti ogeeyyii lubbuun darban waliin…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2013 (FBC) – Artiist Haacaaluu Hundeessaa ogeeyyii indaastirii muuziqaa keessatti maqaa guddaa qabanii fi bara Faranjootaa 2020 lubbuun darban dhaabbatichi yaadate…
Bosona Cilaaloo Gaalaamaatti balaan Ibiddaa muudachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2013 (FBC) - Qaama Paarkii Biyyaalessa Gaarreen Arsii kan ta’e bosona Cilaaloo Gaalaamaatti Ibiddi qabachuu ibsame.
Aanaalee paarkichi uwwisuu 9 keessaa…
Oomishaaleen gara magaalaa galan hawaasaaf sirnaan qaqqabuu qabu – aadde Adaanach
Finfinnee, Bitootessa 7, 2013 (FBC) - Qaala’iinsa jireenyaa ittisuuf hanqina maallaqaa Shamattoota quunname furuuf hojii hojjetameen bu’aan argamuu itti aantuun kaantibaa magaalaa…
Balaan Ibiddaa Paarkii Asaboot Halaayidageetti qaqqabee ture to’atame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2013 (FBC) - Balaan Ibiddaa Paarkii Asaboot Halaayidageetti qaqqabee ture guutumaan guutuutti to’atamuu ibsame.
Balichi Bitootessa 2, 2013 paarkicha…
Wiirtuun odeeffannoo ‘Reed Fooksi’ jedhamu ifoome
Finfinnee, Bitootessa 7, 2013 (FBC) – Diinagdee dijiitaalaa kan cimsu wiirtuun odeeffannoo ‘Reed Fooksi’ jedhamu ifoome.
Sirnicharratti Ministirri Deettaan Ministeera Maallaqaa…
Godinichatti hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu hojjetameen hanga ammaatt hidhattoonni kumni 3 ol…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2013 (FBC) - Godina Matakkalitti hidhattoota karaa nagaan harka laataniif leenjiin haaromsaa kennamuuf ta’uu koreen Humna Qindoomaa Godinichaa…
Qajeelfamoonni vaayrasii koroonaa ittisuuf ba’aan hojiirra akka olaaniif qaamoleen seeraa…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2013 (FBC) – Qajeelfamoonni vaayrasii koroonaa ittisuuf ba’aan hojiirra akka olaaniif qaamoleen seeraa kabachiisaan to’annoo akka taasisaniif Ministeerri Fayyaa…