Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tigraayitti lammiilee miiliyoona 4.2 oliif deeggarsi miidhaan nyaata taasifameera-Ministeera Dhimma…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2013 (FBC)- Naannoo Tigraayitti lammiilee miiliyoona 4.2 oliif deeggarsii miidhaa nyaata fi meeshaalee nyaatan alaa taasifamuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.…
Warshaan daabboo Shaggar torbee kana eegalee humna guutuu oomisha kan eegalu ta’u ibsame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2013 (FBC)- Warshaan daabboo Shaggar torbee kanaa eegalee humna guutuun oomisha kan eegalu ta’uu ibsameera.
Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee…
Ministirri Ministeera maallaqaa fooyya’iinsa diinagdee Ityoophiyaa fi nageenyaa…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa IGAD fooyya'iinsa diinagdse fi ijaarsa dhaabbilee biyyoota miseensa dhaabbatichaa haala cimsuun…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,151 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee,Bitootessa 6 ,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,151 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 5 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Hojii malaamaltummaa ittisuuf hojjetameen birrii miiliyoonni dhibbi 9 fi miiliyoonni 96 mootummaaf…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) -Walakkaa waggaatti hojii malaamaltummaa ittisuuf hojjetameen birrii miiliyoonni dhibbi 9 fi miiliyoonni 96 fi lafti heektaarri kumni 24…
Godina Arsiitti qamadii jallisiin misoome sassaabuun eegalame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) - Godina Arsiitti qamadii jallisiin misoome sassaabuun eegalamuu Waajjirri Qonnaa fi Qbeenyaa Uumama godinichaa beesksiiseera.
Godina…
Weerarri vaayrasii koroonaa sadarkaa olaanaan hawaasa keessatti faca’aa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) - Weerarri vaayrasii koroonaa sadarkaa olaanaan hawaasa keessatti faca’aa jiraachuu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa beeksiise.…
Lammiileen Ityoophiyaan Jeeneevaatti hiriira deeggarsaa gaggeessan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalootaan Ityoophiyaa haala qabatamaa fi waqtaawaa biyyattii beeksiisuuf Siwizarlaand Jeeneevaatti hiriira deeggarsaa…
Ityoophiyaannoonni 296 Sa’uud Arabiyaarraa gara biyya deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC)-Lammiileen Ityoophiyaa 296 Sa’uud Arabiyaarra gara biyya deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksisee.
Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa…
Tomboolaan lotarii lammiin lammiif abbaa carraaf kenname
Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) - Tomboolaa lotarii lammiin lammiif jedhamu abbaa carraaf kennameera.
Carraan Lotorii Tomboolaa ba’ee sababoota adda addaatiin osoo abbaa carraaf…