Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Meeshaaleen waraanaa seeraan ala mana nama dhuunfaa keessatti kuufamee ture to’atame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) - Naannoo Sidaamaa bulchiinsa magaalaa Cikkoo fi magaalaa Hawaasaa kutaa Taabooritti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa hedduun to’atamuu…
Ambaasaaddar Yibalxaal eeggataa Komishinara Baqattootaa Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) – Sudaanitti Ambaasaaddarri guutuun Ityoophiyaa Yibalxaal Ayimiroon eeggataa Komishinara Baqattootaa Sudaan Ibraahiim Abdallaa waliin…
Naannoo Gambeellaatti Rooba Buubbee make roobeen namaa fi qabeenyarra miidhaan ga’e
Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) – Naannoo Gaambeellaa aanaa addaa Itaangitti Rooba Buubbee make roobeen namaa fi qabeenyarra miidhaan ga’uu ibsameera.
Jilli…
Balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 30 darbe
Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godina Goojjam Bahaa aanaa Hulatti Ijjuu Innaseetti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 30 darbuu ibsameera.…
Korichi walga’ii idileessaa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) - Koreen Ministirootaa Duubdeebii Hundagaleessaa Wiirtuu Qindeessaa Yeroo Ariifachiisaa Biyyaalessaa Walga’ii Idileessaa Gaggeesseera.…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,413 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee,Bitootessa 5 ,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,413 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 10 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Meejar Jeneraal Mahaammad hoggantoota olaanoo humna waraanaa Ityoophiyaa nageenya kabachiisuuf…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC)- Daayreektarri olaanaan Indooktiriineeshinii raayyaa ittisa biyyaa Meejar Jeneraal Mahaammad Tasammaan hoggantoota olaanoo humna waraanaa Ityoophiyaa…
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 3ffaa ganna dhufuu gaggeeffamuuf qophiin biqiltuu taasifamaa…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 3ffaa ganna dhufuu gaggeeffamuuf qophiin biqiltuu taasifamaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Hawaasni wayita tajaajila geejjibaa fayyadaman qajeelfamoota covid-19 ittisuuf ba’aan akka hordofaan…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf sagantaan sochii uummataa mata duree ‘geejjibni nageenyuummaa isaa eeggamee…
Qabeenya uumamaa Godina Baaleetti argamu beeksiisuuf fiigichi gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC) – Qabeenya uumamaa Godina Baaleetti argamu beeksiisuuf fiigichi magaalaa Roobeetti gaggeeffameera.
Qabeenya uumamaa godinichi qabu beeksiisuuf…