Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan hundeeffama mana maree waldaa Kiristiyaanaa amantoota Wangeelaa kabajame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC) – Guyyaan hundeeffama waldaa Kiristiyaanaa amantoota Wangeelaa waggaa 1ffaan Istaadiyeemii Finfinneetti kabajame.
Saganticharratti Preezdaantii…
Magaalaa Maqaleetti maallaqni sobaa kumni dhibbi 5 fi kumni 70 to’atame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) –Magaalaa Maqaleetti Maallaqni sobaa fakkeeffamee hojjetamuun hawaasa keessatti raabsamuuf qophiirra ture kumni dhibbi 5 fi kumini 70 to'annoo jala ooluu…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,483 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee,Bitootessa 4,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,483 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 30 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Ityoophiyaa fi Jiibuutiin dhimmoota daandii Baabuuraa Ityoo – Jiibuutii caalmaatti…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen Jiibuutiitti daawwaannaa hojii guyyoota 2 gaggeessaniru.
Wayita daawwaannaa isaanii dura taa'aa…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa gidduugala aadaa fi barnootaa Xaayituuf Birrii miliyoona 5 kenne
Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Sirni walbaruu fi galii walitti qabuu giddugala barnootaa fi aadaa Xaayituu magaalaa Finfinneetti taasifameera.
Sirnicharratti Itti Aanaa…
Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad dhaabbata Keenyaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) –Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi Preezdantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abddisaa fi angawoonni Mootummaa Federaalaa fi…
Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa Dooktareetii kabajaa argatan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Yuunivarsitiin Haramaayaa obbo Abbaa Duulaa Gammadaa fi Obbo Abduulaayyi Alii Shariifif Dooktireetii kabajaa kenne.
Yuunivarsitiin Haramaayaa…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Godina Arsii Lixaatti oomisha qamadii jallisiin misoome…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Godina Arsii Lixaa Aanaa Eebaan Arsii Ganda Shoobaa Bultumitti oomisha qamadii jallisiin misoome…
Sirni kenniinsa talaallii ittisa Covid-19 Hospitalaa Waliigalaa Maqaleetti egalame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Ministirri Fayyaa Dr. Liyaa Taddassaa Maqaleetti kenniinsa talallii ittisa Covid-19 eegalchisan.
Hojigaggeessa Olanaa Bulchiinsa Yeroo Naannoo…
Naannoo Oromiyaatti talaallin Kooviid 19 kennuun egalame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Moojoo hospitaala sdarkaa jalqaba Moojootti talaalli keennun egalameera.
Sirna talaallii kennuu jaqlqabsiisuu kanarraatti Afyaa'iin…