Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarsitiin Haramaayaa Koollajjiin Fayyaa fi Saayinsii Wallaansaa barattoota 573 Sagantaalee…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Yuunivarsitiin Haramaayaa Koollajjiin Fayyaa fi Saayinsii Wallaansaa barattoota 573 Sagantaalee garagaraatiin barsiisaa ture eebbisiseera.…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Qindaa’aa Agiroo indaastirii Yirgaalem ebbisuun…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Qindaa’aa Agiroo indaastirii Yirgaalem ebbisuun hojii eegalsiisaniiru.
Eebba kana irratti…
Ityoophiyaatti talaallii Covid – 19 kennuun eegalame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Talaaalliin COVID-19 Koovaaksi jedhamu Magaalaa Finfinnee fi Bahaar Daaritti kennuun eegalameera.
Magaalaa Finfinneetti talaallii jalqabaa hogganaan…
Obbo Dammaqaan Ityoophiyaatti ambaasaaddaroota Jaappaanii fi Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ityoophiyaatti ambaasaaddaroota Jaappaanii fi Kooriyaa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,361 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee,Bitootessa 3,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,361 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 27 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Hawaasaa galan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Muummee Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Hawaasaa galaniiru.
Dooktar Abiy wayita Hawaasaa ga'aan hoggantoonnii fi jiraattoonni…
Oromiyaatti oomishni Qamadii jallisii boneen misoome heektaarri kumni dhibbi 1 fi kumni 30 ol…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti oomishni Qamadii jallisii boneen misoome heektaarri kumni dhibbi 1 fi kumni 30 ol sassabamuu kan eegalee yoo ta’u, naannoo Amaaraatti…
Obbo Dammaqaan gita isaanii Fiinlaand waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Fiinlaand Peekaa…
Ministeerichi dhaabbilee 42 naga’ee sobaa raabsuun waliin dhahaa turan adda baasuu ibse
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanii dhaabbilee 42 naga’ee sobaa raabsuun waliin dhahaa turan adda baasuu beeksisee.
Ministeerichi dhaabbilee kunneen baatiwwan 7…
Lammiileen Ityoophiyaa 292 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 292 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa dhimmoota…