Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Gamtaa Awurooppa hojii Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa hojjetuuf deeggarsa kan…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) – Manni Maree Gamtaa Awurooppa hojii Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa hojjetuuf deeggarsa kan taasiisu ta’uu ibseera.
Manni…
Magaalaa Sabbataatti maallaqni biyyoota adda addaa seeraan alaa to’annaa jala oole
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Sabbataattii maallaqni biyyoota adda addaa seeraan alaa to’annaa jala oolu Komiishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise.
Magaalichatti…
Filannoo marsaa 6ffaarratti hirmaachuuf maqaan paartilee kaadhimamtoota dhiyeessanii ifoome
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Filannoo marsaa 6ffaarratti hirmaachuuf maqaa paartilee kaadhimamtoota dhiyeessanii ifoomeera.…
Humna aduurraa anniisaa meegaa waattii 500 maddisiisuuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)-Ityoophiyaatti humna aduurraa anniisaa meegaa waattii 500 maddisiisuuf waliigalteen mallattaa’eera.
Waliigaltichi Muummeen Ministiraa…
Miidhaa kanaan dura gama siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaan qonnaan bultootarra ga’aa ture…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) –Godina Addaa Oromiyaa naannawwaa Finfinneetti qonnaan bultoota adda duree, dubartoota fi dargaggoota waldaa mana jireenyaan gurma’anii sagantaan…
Ijaarsa Mana Barnootaa Addaa Proojaktii Qindaa’aa Gumaata Caffee Tumaa sadarkaa 1ffaa Abdii…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) – Preezdaantii Mootummaan Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa magaalaa sandaafaa bakkeetti ijaarsa mana barnoota Addaa (special…
Gamtaan Awurooppaa hojiilee jijjiirramaa Ityoophiyaa deeggaruu kan itti fufu ta’uu beeksiise
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa hojiilee jijjiirramaa Ityoophiyaa deeggaruu kan itti fufu ta’uu beeksiiseera.
Haala waqtaawaa Ityoophiyaa addunyaatti…
Lammiileen Ityoophiyaa Ameerikaa jiraataan biiroowwan Niiwuyoork Taayimsii fi CNNtti argamuun…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalattoonni Ityoophiyaa Ameerikaa bulchiinsa garagaraa jiraataan biiroowwan Niiwuyoork Taayimsii fi CNNtti argamuun hiriira…
Ambaasaaddar Taayyeen Ityoophiyaan hawaasa addunyaa waliin tumsaan hojjechuuf qophii ta’uu beeksisan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasilaaseen Ityoophiyaan hawaasa idil addunyaa waliin…
Ityoophiyaa fi Jibuutiin dhimma nageenyaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Jibuutiin dhimma nageenyaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessaniiru.
Waliigalticha Komishinara komishinii Federaalaa…