Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Rippaabliika Diimookraatawaa Koongoo waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Rippaabliika…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,332 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,332 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota17 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Ityoophiyaa fi Jaappaan hariiroo ummata dhimmoota cimsanirratti mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2013 (FBC)- Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Koreen dhaabbii dhimmoota hariiroo alaa fi nageenyaa Ityoophiyaatti Imbaasii Jaappaan waliin dhimmoota…
Ityoophiyaatti hammi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii % 12.8 dabaluu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti hammi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii % 12.8 dabaluu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa beeksiise.
Weerarich…
Fedhiin hojii jiraannaan yaada qabnuun jijjiirama barbaadamu bira ga’uu dandeenya – Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Fedhiin hojii jiraannaan yaada qabnuun jijjiirama barbaadamu bira ga’uu dandeenya jedhan Preezdaantiin mootummaa maannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Paartiin Badhaadhinaa Dooktar Abiy magaalaa Aggaarootti akka dorgoman kaadhimamaa taasiisuun…
Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa Filannoo marsaa 6ffaa biyyaalessaaf Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Aggaarootti kaadhimamaa taasisuun…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa talaallii vaayrasii koroonaa imalchiisu eegale
Finfinnee, Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa talaallii vaayrasii koroonaa Moombaayii gara Finfinnee fi Beejiingii gara Biraazaaviil imlachiisaa jiraachuu ibsameera.…
Paartileen Siyaasaa 47 kaadhimamtoota kuma 8 fi 209 galmeessiisan- Boordii Filannoo biyyaalessaa
Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Galmee Kaadhimamtootaa Gurrandhala 8, 2013 eegalee gaggeeffamaa tureen Paartileen Siyaasaa 47 kaadhimamtoota kuma 8 fi 209 galmeessiisuu…
Jijjiirramni dhufe itti fufiinsa akka qabaatu ogeeyyiin aartii qooda isaanii ba’uu qabu – Aadde…
Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Jijjiirrama biyyaa fiduu keessatti akkuma shoora olaanaa taphataa turan, jijjiirramicha itti fufsiisuuf ogeeyyiin aartii qooda isaanii ba’uu…
Ministeerri Qonnaa dhaabbilee 2 waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesse
Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) –Ministeerri Qonnaa Dhaabbilee Saawuud Arabiyaa Naashinaal Aveeshiinii fi daldalaa hoorii dhaabbii Mahaammad Hamiid jedhamu waliin mallateessera.…