Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waldhabdee daangaa Ityoo – Sudaan mariin furuuf Ityoophiyaan qophiidha – Ambaasaaddar Tashoomaa…
Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Waldhabdee daangaa Ityoo – Sudaan mariin furuuf Ityoophiyaan qophii ta’uu Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tashoomaa Toogaan…
Biirichi qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaan milkiin xumuramuu ibse
Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Biiroon Barnoota naannoo Oromiyaa qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaan bara kanaa milkiin xumuramuu ibseera.
Hoogganaan biirichaa Dooktar Tolaa…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Ambaasaaddaroota Ityoophiyaa biyyoota garagaraatti muudaman waliin marii’atan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ambaasaaddaroota Ityoophiyaa biyyoota garagaraatti muudaman waliin…
Obbo Dammaqaan Duraa ta’aa Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii waliin mari’atan
Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonnin Dura ta’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat…
Godina Jimmaatti Qamadii Jallisiin misoome sasaabuun eegalame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Godina Jimmaatti Qamadii Jallisiin misoome sasaabuun eegalameera.
Godinichatti Qamadiin oomisha Paastaa, Makooroonii fi Daabboof oolu lafa…
Baankiin misoomaa Afrikaa sirna kaffaltii elektirooniksii Ityoophiyaa ammayyeessuuf deeggarsa…
Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Baankiin misoomaa Afrikaa sirna kaffaltii elektirooniksii Ityoophiyaa ammayyeessuuf kan oolu deeggarsa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 2.3 taasiiseera.…
Naannoo Oromiyaatti qonna Arfaasaa fi Gannaan oomishaa fi oomishtummaa dabaluuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumama Oromiyaa Qonna Arfaasaa fi Gannaan oomishaa fi oomishtummaa qonnaan bultootaa dabaluuf hojjetamaa jiraachuu…
Aadde Keeriyaa Ibraahiim mirga wabiin akka bahan murtaa’e
Finfinnee, Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii duraanii aadde Keeriyaa Ibraahiim mirga wabiin mana hidhaatii akka ba'an murtaa'uu ibsame.
Manni murtii…
Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaan milkiin xumurame
Finfinnee, Bitooteessa 2, 2013 (FBC) – Iddoowwan rakkoon nageenyaa turanitti barattoonni qoramaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan firiin darbiinsa qormaaticha dhiibbaa xinsammuu…
Oomisha Qonnaa alaa galu hambisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) –Oomishaalee Qonnaa alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuuf hojiin sanyii filatamaatti sona dabaluu xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu…