Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 17ffaa Bahaar Daaritti gaggeessaa jira
Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 17ffaa bara hojii 6ffaa magaalaa Bahaar Daaritti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi turtiisaa…
Jilli Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eeliin durfamu Jibuutii gale
Finfinnee, Bitooteessa 2, 2013 (FBC) – Jilli Komishinara komishinii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eeliin durfamu daawwannaa hojiif Jibuutii galeera.
Jilichi wayita…
Obbo Dammaqaan Ityoophiyaannoota Waashingitaan Diisiitti hiriira ba’aan galateeffatan
Finfinnee, Bitooteessa 2, 2013 (FBC) –Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonnin Ityoophiyaannoonni Waashiingitaan Diisii jiraatan haala waqtaawaa…
Ambaasaaddaroonnii fi Dippiloomaatoonni 40 ta’an Maqalee daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Ministir Deettaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen dabalatee Ambaasaaddaroonnii fi Dippiloomaatoonni teessoo isaanii Finfinnee…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,543 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee,Bitootessa 1, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,543 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota15 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Odeeffannoon mootummaan Ityoophiyaa mormitoota Sudaan deeggara jedhu bu’uura kan hin qabneedha…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Sudaanitti Ambaasaaddara guutuun Ityoophiyaa Yibalxaal Ayimiroon odeeffannoon mootummaan Ityoophiyaa mormitoota Sudaan deeggara jedhu bu'uura kan hin…
Lammiileen Ityoophiyaa Ameerikaa jiraatan giddu seentummaa mormuun hiriira nagaa gaggeessan
Finfinnee, Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Ameerikaa jiraatan giddu seentummaa mormuun hiriira nagaa gaggeessan.
Lammiileen Ityoophiyaa Ameerikaa jiraatan giddu…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa Ivaginii Taarikiin waliin marii’atan
Finfinnee, Bitootessa 1, 2013 (FBC) –Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa Ivaginii Taarikiin waliin…
Ityoophiyaannonni 300 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Ityoophiyaannonni 300 Sawuud Arabiyaa magaalaa Jiddaairraa gara biyya isaanitti deebi’aniiru.
Bakka Bu’aan Jenaraal Daayreektareet Dhimmoota…
Preezdaant Saahilawarq dhaabbata gargarsaa daa’immanii ‘Hoop Foor Faazarlas’ jedhamu daawwatan
Finfinnee,Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen dhaabbata gargaarsa daa’immanii ‘Hoop Foor Faazarlas’ jedhamu daawwataniiru.
Dhaabbanni gargarsaa…