Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miidiyaaleen idil addunyaa waa’ee naannoo Tigraay ilaalchisee gabaasni dhiyeessaa jiran dogongora–…
Finfinnee,Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Miidiyaaleen idil addunyaa tokko tokko yaada garee ABUT qofa fudhachuun waa’ee naannoo Tigraay ilaalchisee gabaasni dhiyeessaa jiran dogongora ta’uu…
Garee fedhii dhuunfaa guutachuuf fiiguuf jedhamee biyyi diigamu hin jiru – Dooktar Abrahaam Balaay
Finfinnee,Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Garee fedhii dhuunfaa guutachuuf fiiguuf jedhamee biyyi diigamu hin jiru jedhan Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar…
Haaromsi buufata konkolaataa Magaalaa Amboo baatii lama keessatti xumuramee tajaajila idilee akka…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Haaromsi Buufata Konkolaataa Magaalaa Amboo baatii lama keessatti xumuramee tajaajila idilee akka kennuuf hojjatamaa jiraachuun ibsame.…
Kitaabni Daandii Ida’amuu dubbifamaa jira – Dooktar Abiy
Finfinnee,Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad kitaabni Daandii Ida'amuu' dubbifamaa jiraachuu ibsan.
Kitaabichi kaayyoo lama kan qabu yoo…
Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa naannoo Tigraayiif deeggarsa midhaan nyaataa fi meeshaalee…
Finfinnee,Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa Waldaa Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa waliin ta’uun naannoo Tigraayiif deeggarsa midhaan nyaataa fi meeshaalee…
Ambaasaaddar Heenook Tafarraan Meejera Jeneraal Looran Maarabaf waliin mari’atan
Finfinnee,Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Faransaayitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Heenook Tafarraan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Faransaayitti itti gaafatamaa Dhimmoota idila addunyaa…
Dooktar Injiinar Silashiin madda anniisaa Bubbee Ayishaatti ijaarramu ilaalchisee marii taasiisan
Finfinnee,Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan madda anniisaa Bubbee Ayishaatti ijaarramu ilaalchisee Huseen…
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa galmeen Kaadhimamtoota xummuramuu beeksiise
Finfinnee,Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa galmeen Kaadhimamtoota guyyaa kaleessaa xummuramuu beeksiiseera.
Galmeen Kaadhimamtootaa marsaa lamaan…
Ityoophiyaan talaallii Covid-19 Sanbata kennuu eegalti
Finfinnee, Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan talaallii Covid-19 Sanbata dhufu kennuu akka eegaltu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Talaallichi naannoolee hundaa fi bulchiinsoota…
Abbootiin amantaa dhaloota waldhabdeerra nageenya, jibbiinsarra araara hubatu uumuuf hojjechuu qabu…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Guyyaan Hundeeffama Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa 10ffaan mata duree ‘Nageenyaaf ni hojjetanna, nageenyaan ni jiraanna, eenyummaan wal qooduu…