Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa fi Baankiin addunyaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 137.35 mallatteessan
Finfinnee, Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Baankiin addunyaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 137.35 guyyaa har’aa mallatteessaniiru.
Waliigaltichi gama…
Magaalaa Adaamaatti sosochiin duula qulqullinaa baatii 1f turu labsame
Finfinnee, Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti sosochiin duula qulqullinaa baatii 1f ture Mata duree ‘Tola Ooltummaan Badhaadhina Waloof’ jedhuun ifatti lamsameera.
Duula…
Ambaasaaddar Taayyeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,202 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,202 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 9 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Dooktar Abiy haala waqtaawaa naannoo Tigraay ilaalchisee mana maree nageenyaa fi tasgabbii Gamtaa…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC) –Muummeen Minstiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala waqtaawaa naannoo Tigraay ilaalchisee Mana Maree Nageenyaa fi Tasgabbii Gamtaa Afrikaaf ibsa…
Warshaa Sukkaaraa Balas baatii 1 keessatti gara hojiitti galchuuf hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC) – Warshaa Sukkaaraa Balas waggaatti oomisha kuntaala miiliyoona 3 oomishuu danda’u baatii 1 keessatti gara hojiitti galchuuf hojjetamaa jiraachuu…
Boordichi dhaabbilee Siiviilii hawaasaa biyya keessaa filannoo dhufu taajjabaniif leenjii laate
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa dhaabbilee Siiviilii hawaasaa biyya keessaa filannoo dhufu taajjabuuf iyyannoo galchatanii fi marsaa…
Obbo Dammaqaa Mokkonniin preezdaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC)- Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonniin preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir waliin Juubaatti…
Mootummaan Iskootlaand Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa doolaara Ameerikaa kuma dhibba 4 fi kuma 71…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC)- Mootummaan Iskootlaand naannoo Tigraayitti duula olaantummaa seeraa kabachiisuutin lammiilee miidhaan irra ga’eef deeggarsa namoomaa…
Naannoleen sadi naannoo Tigraayiif Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 82 deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC) – Naannoon Oromiyaa, Beenishaanguul Guumuuz fi Gaambeellaan naannoo Tigraay deebisanii dhaabuuf Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 82 arjoomuuf…