Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Matakkalitti rakkoon muudate gareen juuntaa ijaarsa Hidha Haaromsaa gufachiisuuf humnoota…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC)- Rakkoon Nageenyaa naannoo Beenishaanguul Gumuuz godina Matakkalitti muudatee gareen juuntaa ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddichaa gufachiisuuf humnoota…
Naannoo Tigraayitti warshaaleen 5 humna guutuun hojii eegalan
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC)- Koreen Ministirootaa Wiirtuu Qindeessaa balaa tasaa Biyyaalessaa walga’ii idilee torbee gaggeessera.
Waltajjiichaan miseensoonni korichaa…
Balaa Ibiddaa Yemanitti qaqqabeen lubbuun lammiilee Ityoophiyaa hedduu darbe – Ministeera Dhimma…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC) - Balaa Ibiddaa Yemanitti qaqqabeen lubbuun lammiilee Ityoophiyaa hedduu darbuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.
Dubbii Himaan Ministeera…
Ambaasaaddar Taayyeen ‘UNICEF’tti daayreektara Waajjira sagantaa deeggarsaa yeroo ariifachiisaa…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan Addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Dhaabbata Gargaaras Daa’immanii (UNICEF)tti…
Obbo Dammaqaan Ambaasaaddar haaraa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara haaraa Ameerikaa Giitaa…
Ityoophiyaannoonni 343 Sawuud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC)- lammiileen Ityoophiyaa 343 Sawuud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Lammiileen kunneen wayita buufata…
Paartiin Badhaadhinaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee kaadhimamtoota paarticha bakka bu’uun…
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee kaadhimamtoota mana maree bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi mana maree bakka bu’oota ummataaf…
Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Kaanaadaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Kaanaadaa Maark…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 995 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 995 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Miidhaa balaa Ibiddaan Yemanitti lammiilee Ityoophiyaarra qaqqabe qulqulleessaa jiraachuu…
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Miidhaa balaa Ibiddaan Yemanitti lammiilee Ityoophiyaa mana amala sirreessaa keessa jiranirra qaqqabe qulqulleessaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa…