Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahilawarq Preezdaantii Keeniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaa waliin mari’ataniiru.
Preezdaant Saahilawarq…
Guyyaan dubartootaa idil addunyaa addabaabayi michummaatti kabajame
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Guyyaan dubartootaa idil addunyaa mata duree ‘ni dandeessa’ jedhuun addabaabayi michummaatti kabajame.
Miidhaa korniyaa bu’uureeffate…
Daandiin qilleensichaa talaallii Covid – 19 addunyaarratti raabsuuf qophii ta’uu beeksiise
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa talaallii Covid -19 addunyaarratti raabsuuf qophii ta’uu beeksiise.
Fedhiin talaallii Covid -19 waggoota 3f…
Ambaasaaddar Rattaa Alamuu Ministira Ministeera Geejjibaa fi Nageenyaa Daandii Israa’eel waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC)- Israa’eelitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Rattaa Alamuu Ministira Ministeera Geejjibaa fi Nageenyaa Daandii Israa’eel Miirii Reegeev waliin…
Abbootii carraa manneen jireenyaa marsaa 2ffaan 40/60f furtuun laatamuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC)- Abbootii carraa manneen jireenyaa marsaa 2ffaan 40/60 raawwiin ijaarsa isaanii fooyya’aa ta’aanii furtuun laatamuu eegaleera.
Sadarkaa Itti…
Qabeenya Tuuriizimii Oromiyaan qabdu beeksiisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Qabeenya Tuuriizimii Oromiyaan qabdu beeksisuuf, mata duree 'koottaa Baalee daawwadhaa' jedhuun magaalaa Roobeetti Bitooteessa 5 ,2013 sagantaan…
Aadde Adaanach barattoota qoramaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhataa jiran jajjabeessan
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Mana Barumsa Bultii Addaa Shamarranii Iteegee Mananitti argamuun adeemsa qormaata…
Dubartoonni sadarkaa fooyya’aarra ga’uuf daandiin barumsa caalu hin jiru – Preezdaanti Saahilawarq
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Dubartoonni barnootaan ba’aa qabeessa ta’an iddoo olaanaa ga’uu akka danda’an amananii barachuu qabu jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi…
Dooktar Geetahuun Makuriyaa buufataalee qormaanni biyyoolessaa 12ffaan itti laatamaa jiru daawwatan
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Barnootaa Dooktar Geetahuun Makuriyaa buufataalee qormanni biyyoolessaa kutaa 12ffaan itti laatamaa jiru…
Proojektiin raabsaa fi daddabarsa humnaa Balas Jaawwii eebbifame
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 87 kan ijaarrame Proojektiin raabsaa fi daddabarsa humnaa Balas Jaawwii eebbifameera.
Proojektiin…