Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa guyyaa dubartootaa idil addunyaa kabaje
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC)- Ministeerri Raayyaa Ittisa biyyaa guyyaa dubartootaa idil addunyaa kabajeera.
Ayyaanichi mata duree ‘gootoota keenyaa beekaa, dinqisifadhaa’…
Dooktar Abiy magaalaa Bahaar Daaritti Riqicha Laga Abbay irratti hojjetamaa jiru daawwatan
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Bahaar Daaritti Riqicha Laga Abbay irratti hojjetamaa jiru daawwataniiru.…
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa laatamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) - Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2012 guutuu biyyaatti laatamuu eegaleera.
Qormaanni biyyaalessa kutaa 12ffaa bara 2012…
Waldaan Misooma Oromiyaa lammiilee Ityoophiyaa Oromiyaa keessa jiratan hunda fayyadamoo taasiisuuf…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) – Konfaransiin Waldaa Misooma Oromiyaa magaalaa Finfinneetti gaggaaffameera.
Waldaan Misooma Oromiyaa jalqabumarraa misooma biyyaaf kan dhaabbate…
Fayyadamtoonni geejjibaa motora maleeyyii % 50 ol dubartoota akka ta’aniif hojjatamaa jiraachuun…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) – Fayyadamtoonni geejjibaa motora maleeyyii % 50 ol dubartoota akka ta’aniif hojjatamaa jiraachuu Ministeerri Geejjibaa beeksise.
Damee Geejjibaan…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad proojaktii Gorgoraa eeggalchiisan
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad proojaktii ijaarsa Gorgoraa guyyaa har’aa eeggalchiisaniiru.
Sirnicharratti Itti Aanaa Muummee…
Manni jireenya seeraan ala qabame ture 201qaama midhamtoota, Manguddootaa fi namoota daandii cinaa…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) – Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Addis Katamaatti qaama midhamtoota,…
Dooktar Abiy naannoo Amaaraatti Qamadii Gammoojjii jallisiin Qoogaatti misoomaa jiru daawwatan
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Amaaraatti Qamadii Gammoojjii jallisiin Qoogaatti misoomaa jiru daawwataniiru.
Dawwannaa…
Sosochiin jajjabina qaamaa dubartoota kuma 50 ol hirmaachise addabaabayii Masqalaatti gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) – Guyyaa dubartootaa idil addunyaa'March 8' sababeeffachuun Sosochiin jajjabina qaamaa dubartoota kuma 50 ol hirmaachise addabaabayii Masqalaatti…
Dooktar Liyaan sadarkaa idil addunyaatti dura teessuu gargaartuu dhaabbata deeggarsa maallaqaa…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaan Taaddasaan sadarkaa idil addunyaatti dura teessuu gargaartuu dhaabbata deeggarsa maallaqaa taasiisu 'JFF'…