Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan talaallii Covid – 19 miiliyoona 2.2 fudhatte
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) –Ityoophiyaan talaallii Covid - 19 miiliyoona 2.2 gamtaa idil addunyaa 'Koovaaksii' jedhamurra fudhatte.
Talaalliin Covid - 19 jalqabaa har'a barii…
Dooktar Abiy qaamolee sagantaa eebba kitaaba Daandii Ida’amuurratti hirmaatan…
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC) –Kitaabni Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad barreessan
‘Daandii Ida’amuu’ jedhu har’aa eegalee gabaarra oolu ibsameera.
Kitaabichi har'a…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 956 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 956 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 16 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Kolleejjiin Qonnaa Allaagee barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 230 eebbisiise
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC) - Kolleejjiin Qonnaa Allaagee barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 230 eebbisiiseera.
Koollejjichi bara kana marsaa 17ffaaf…
Proojektoota gurguddoo tumsa waloo Ityoophiyaa fi Chaayinaan hojjetamaniif eeggumsa taasiisuuf…
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC) - Proojektoota gurguddoo tumsa waloo Ityoophiyaa fi Chaayinaan hojjetamaaniif eeggumsa cimaa taasiisuuf sanadni waliigaltee mallattaa'eera.…
Kitaabni ‘Daandii Ida’amuu’ gabaarra oole
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC) –Kitaabni Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad barreeffamee ‘Daandii Ida’amuu’ har’arraa eegalee gabaarra oolu ibsameera.
Kitaabichi…
Jiraattoonni naannoo Tigraay hanga Bitooteessa 10tti Birrii moofaa guutuummaa guutuutti akka…
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC)- Jiraattoonni naannoo Tigraay Gurraandhala 29 hanga Bitooteessa 10, 2013tti Birrii moofaa guutuummaa guutuutti akka jijjiirraan Baankii…
Finfinneetti odeeffannoon dubartoota harka qalleeyyii ta’aniif deeggarsi maallaqaa ni taasifamaan…
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti dubartoota harka qalleeyyii ta’aniif deeggarsi maallaqaa bulchiinsa magaalaa fi biyyaa alaarra ni taasifamaan…
Hawaasaatti baalli sammuu namaa hadoochuu Kanaabiis kiilo giraamni 21 barbadaa’e
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC)- Waajjirri Gumurukaa damee Hawaasaa baala sammuu namaa hadoochuu Kanaabiis kiilo giraamni 21.300 barbadaa’uu ibseera.
Baala sammuu namaa…
Koolleejjii Yakkaatit 12ttitti ogeeyyiin fayyaa 127 barnootasaanii hordoofaa turan eebbifaman
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC)- Koolleejjii Yakkaatit 12tti ogeeyyiin fayyaa 127 barnootasaanii hordoofaa turan eebbifamaniiru.
Sirna eebbichaarratti itti aantuun kantiibaa…