Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti baatiwwan 6 keessatti yaaliin haleellaa saaybarii 976 taasifame
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC)- Bara baajata baatiwwan 6n darbanitti yaaliin haleellaa saaybarii 976 dhaabbilee Ityoophiyaatti taasifamuu Eenjansiin Nageenya Infoormeeshinii…
Torbee 1 keessatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 31 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC)- Torbee 1 keessatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 31 olitti tilmaamaman to’atamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.…
Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa barattoota kuma 2 fi 93 eebbisiise
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa barattoota muummee garagaraatin barsiisaa ture kuma 2 fi 93 eebbisiiseera.
Sirna eebbichaarratti Hogganaan Damee…
Ministeerri Nageenyaa dargaggoota tola ooltootaa biyyaalessaa kuma 10 leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC) - Ministeerri Nageenyaa dargaggoota tola ooltootaa biyyaalessaa kuma 10 Marsaa duraan leenjisaa ture eebbisiisee.
Sirna eebbaa paarkii michummaatti…
Aadde Adaanach sosochii qulqullina magaalaa baatii 2f turu eegalchiisan
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC) - Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee sosochii qulqullina magaalaa baatii 2f turu eegalchiisaniiru.
'Naannoo koo…
Preezdaanti Saahilawarq xaalayaa muudama ambaasaaddaroota biyyoota shanii fuudhan
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen xaalayaa muudama ambaasaaddaroota biyyoota Shanii fuudhaniiru.
Ameerikaa dabalatee Xaalayaa muudama…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,119 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,119 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 10 darbeera.
Sa’aatii 24…
Ofeeggannoon konkolaachisuu, seera kabajuu fi kabachiisuu keessatti gaheen dubartoota olaanaa tahuu…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Nageenya daandii, seera tiraafikaa, ofeeggannoon konkolaachisuun akkasumaas ka’umsa balaa tiraafikaa fi sirna konkolaachisummarratti Poolisoota…
Guyyaa Dubartootaa Idil Addunyaa /March 8/ bara kanaa ilaalchisuun waltajjiin marii gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Guyyaa Dubartootaa Idil Addunyaa /March 8/ bara kanaa ilaalchisuun waltajjiin marii gaggeeffameera.
Waltajjicharratti haasaa kan taasisan…
Preezdaanti Saahilwarqi Zawdee shamarran bakka gaarii akka ga’aniif manneen barnootaa keessatti…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Preezdaantii Saahilawarqi Zawdee fi Ministirri Barnootaa Dooktar Geetaahuun Makuriyaa guyyaa dubartootaa sababa godhachuun Mana Barumsaa Sadarkaa…