Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Labsiin sirna bulchiinsaa dhaabbilee bulchiinsarratti hojiirra oolu ba’e
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Labsiin sirna bulchiinsaa dhaabbilee bulchiinsaa hundarratti hojiirra oolu ba’uu Abbaan Alangaa Waliigalaa ibse.
Labsichi…
Dooktar Arkaba Iqqubaay kaadhimamaa Daayreektara Misooma Indaastirii Afrikaa ta’uun dhiyaatan
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Dooktar Arkaba Iqqubaay Dhaabbatta Mootummoota Gamtoomaniitti kaadhimamaa Daayreektara olaanaa Misooma Indaastirii Afrikaa ta’uun akka dorgoman…
Obbo Dammaqaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Ambaasaaddaroota Mana Maree Nageenyaaf ibsa…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) –Obbo Dammaqaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Ambaasaaddaroota Mana Maree Nageenyaaf haala waqtaawaa naannoo Tigiraayirratti ibsa laatan.…
Waldichi Kooyshaatti Birrii miiliyona dhibba 1 fi miiliyoona 14N Loojii ijaaruufi
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Waldaan Daldalaa Waliigalaa Oomootik itti gaafatamummaan isaa murtaa’e Kooyshaatti Birrii miiliyona dhibba 1 fi miiliyoona 14 Loojii ijaaruuf ta’uu…
Kitaabni ‘Daandii Ida’amuu’ boruu gabaarra ni oola – Dooktar Abiy
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad kitaabni ‘Daandii Ida’amuu’ boruu gabaarra kan oolu ta’uu beeksiisan.
Kitaabni…
Yeroon galmee kaadhimamtootaa marsaa 2ffaa dheerate
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa yeroon galmee Kaadhimamtootaa marsaa 2ffaa hanga Gurraanndhala 30, 2013tti dheerachuu beeksiise.…
Ayyaanni injifannoo Karra Marraa paarkii michummaa Ityoo-Kuubaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Ayyaanni injifannoo Karra Marraa paarkii michummaa Ityoo-Kuubaatti kabajamaa jira
Qophii yaaddannoo kanarratti miseensoota loltuu…
Bareessaa Olaanaa IGAD Dooktar Warqinahi Gabayyoo daayreektara olaanaa humna eeggataa Afrikaa Bahaa…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Barreessaa olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa (IGAD) Dooktar Warqinahi Gabayyoo Daayreektara Olaanaa Humna Eeggataa Afrikaa Bahaa…
Ameerikaan dhimma keessoo biyyootaa keessa galuu dhaabuu qabdi – Raashiyaa
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Ameerikaan dhimma keessoo biyyootaa keessa galuu dhaabuu akka qabdu Raashiyaan waamicha dhiyeessite.
Dubbii himaan Ministeera Dhimma…
Ityoophiyaa artiist Xilahuun Gassasee faarsaa fi hawwaa ture ijaaruuf qaamni hundi ga’ee irraa…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa artiist Xilahuun Gassasee faarsaa,yaadaa fi hawwaa ture ijaaruuf qaamni hundi damee hojii qabuun ga'ee irraa eegamu ba'uu akka qabu…