Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Siidaa fi addabaabayii artiist Xilahuun Gassasee hojjechuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) - Maqaa Dooktara Kabajaa artiist Xilahuun Gassaseen Siidaa fi addabaabayii hojjechuuf dhagaa bu'uuraa kaa'uu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 980 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 980 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 3 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Manni Maree magaalaa Finfinnee muudamoota abbootii seeraa 21 raggaasiise
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) - Manni Maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idileesaa 2ffaa bara hojii 8ffaa gaggeessaa oole xummureera.
Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde…
Dooktar Abiy Ahimad qaamolee konsartii yaadannoo Artiist Xilaahuun Gassasaaf qopheessan…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad qaamolee konsartii yaadannoo Artiist Xilaahuun Gassasaaf qopheessan galateeffataniiru.
Dooktar…
Jilli Demokiraatiik Rippaabiliik Koongoo marii sadeenii Hidha Haaromsaa Guddichaa ilaalchisee…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC)- Jilli Demokiraatiik Rippaabiliik Koongoo marii sadeenii Hidha Haaromsaa Guddichaa ilaalchisee Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii waliin…
Dhaabbanni Baqattoota Idil Addunyaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabu cimsuuf fedhii akka qabu ibse
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Baqattoota idil addunyaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabu cimsuuf fedhii akka qabu ibseera.
Ambaaasaaddar Mallas Alaam daayreektara…
Qajeelfamni manneen barnootaa bishaan dhugaatii fi manneen fincaanii sadarkaa eeggate akka argatan…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Qajeelfamni manneen barnootaa bishaan dhugaatii fi manneen fincaanii sadarkaa eeggate akka argatan taasiisu hojiirra ooluu Ministeerri…
Bara Oomishaa 2013/14f Xaa’oo biyyoo yeroon dhiyeessuuf hojjetamaa jira – Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Bara Oomishaa 2013/14f Xaa’oo biyyoo yeroon dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksiise.
Xaa’oon biyyoo kuntaalli…
Waajjirri Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa Hidha Haaromsaa raawwii hojii ji’a 6 gamaaggamame
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Waajjirri Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa Hidha Haaromsaa raawwii hojii ji’a 6 bara baajataa 2013 Naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti…
Magaalaa Duukamiitti harka qalleeyyii kuma 3f deeggarsi midhaan nyaataa fi meeshaalee qulqullinaa…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Magaalaa Duukamiitti harka qalleeyyii kuma 3f deeggarsi midhaan nyaataa fi meeshaalee qulqullinaa taasiifamuu ibsameera.…