Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hora Harsadiitti giddugalli aadaa Oromoo ijaarramaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) –Magaalaa Bishooftuutti kan argamu Hora Harsadiitti giddugalli aadaa Oromoo ijaarramaa jira jedhame.
Giddugalichi baasii Birrii miiliyoona 100…
Obbo Dammaqaan itti aanaa Komishinaraa Kimishinii Gamtaa Afrikaa yeroo hojii isaanii xummuran waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin itti aanaa Komishinaraa Komishinii gamtaa Afrikaa yeroo…
Kaansarii fiixee gadaameessaa ittisuuf hundu ga’eesaa akka ba’uu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Kaansarii fiixee gadaameesaa ittisuuf hundi ga’eesaa ba’uu akka qabu Biiroon Eegumsa Fayyaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee yaadachiise.…
Ityoophiyaanoonni 354 Libaanoosii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 354 Libaanoos magaalaa Beeruutii gara biyyaa deebi’aniiru.
Dhaabbanni Eelmaa jedhamu Fandii Firiidam fi Waajjira Qoonsilaa…
Buufanni konkolaataa magaalaa Roobee ji’a tokko keessatti xumuramuun tajaajjila akka kennu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Godina Baalee Magaalaa Roobeetti buufanni konkolaataa baasii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 25 ijaaramaa jiru ji’a tokko keessatti xumuramuun…
Seeraan ala daddabarfamaa kan turan rasaasoonni 380 to’ataman
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Seeraan ala daddabarfamaa kan turan rasaasoonni 380 to’atamaniiru.
Rasaasoonni to’annaa jala oolan kunneen magaalaa Qobboo gara…
Sagantaan Nyaata Addunyaa naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsi barbaachiisuuf deeggarsa taasisuu…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Daayreektarri olaanaan sagantaa nyaata addunyaa Deeviid Biisliin naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsi barbaachiisuuf deeggarsa taasisuu cimsee…
Sagantaan fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa ifoome
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Sagantaa fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa…
Oomishtootaa fi Shamattoota kallattiin walitti fuduuf hojiin eegalame cimee itti fufa – aadda…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee gabaasa raawwii hojii baatiwwan jahaa Biiroo Barnootaa, Daldalaa fi Nageenyaa…
Aanaa Ansaarrootti dhaabbata Simmintoo baasii Birrii biiliyoona 2.2n ijaarsisuuf dhagaan bu’uuraa…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa aanaa Ansaarrootti dhaabbata Simmintoo fi kanneen biroo baasii Birrii biiliyoona 2.2n ijaarsisuuf dhagaan…