Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy, daayreektara olaanaa sagantaa nyaataa addunyaa Deeviid Biislii galateeffatan
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daayreektarri olaanaan sagantaa nyaataa addunyaa Deeviid Biisliin fedhii deeggarsa namoomaa…
Manni maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idileesaa 2ffaa bara hojii 8ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) - Manni maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idileesaa 2ffaa bara hojii 8ffaa gaggeessaa jira.
AMN akka gabaasetti, manni maree Finfinnee…
Ambaasaaddar Dirribaa Kumaan Barreessituu Tumsa Misoomaa Idil Addunyaa Swiidiin waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Swiidiinitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dirribaa Kumaan Barreessituu Tumsa Misoomaa Idil Addunyaa Swiidiin Jaaniin Aliim Erksiisaan waliin…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad seenatara Jiimii Inhoof waliin haala waqtaawaa naannoo…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad seenatara Jiimii Inhoof waliin haala waqtaawaa naannoo Tigiraayi jirurraatti mari’ataniiru.
Muummeen…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,161 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,161 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 5 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Paartileen Siyaasaa yeroon galmee kaadhimamtootaa akka dheeratu gaafatan
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Paartileen Siyaasaa yeroon galmee kaadhimamtootaa akka dheeratu Boordii Filannoo Biyyaalessaa gaafataniiru.
Boordiin Filannoo biyyaalessaas…
Mootummaan Federaalaa birrii biiliyoona 1.8 baasuun naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Mootummaan Federaalaa Birrii biiliyoona 1.8 baasii taasiisuun naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa dhiyyeessuu Waajjirri Muummee Ministiraa…
Hojiin naannoo Tigraay deebisaanii ijaaruu koree labsii yeroo ariifachiisan hojjetamu cimee itti…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka argamanitti hojiileen naannoo Tigraay deebisanii ijaaruu hojjetamanii fi tarkaanfii gara…
Aadde Mufariyaat bakka buutoota dhaabblee deeggartootaa idil addunyaa fi dhaabbata Mootummoota…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufariyaat Kamiil bakka buutoota dhaabblee deeggartootaa idil addunyaa fi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii…
Ityoophiyaanoonni Taanzaaniyaatti haala rakkisaa keessa turan 40 har’a Finfinnee ni galu jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti haala rakkisaa keessa turan 40 har’a galgala Finfinnee kan galan ta’uu Daara Salaamiitti Imbaasiin…