Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idileesaa 2ffaa bara hojii waggaa 8ffaa guyyaa boruu ni…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Manni maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idileesaa 2ffaa bara hojii 8ffaa guyyaa boruu ni gaggeessa.
Mana marichaatti daayrektarri…
Baankiin Addunyaa, Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa 30f deeggarsa talaallii Covid – 19…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) - Baankiin Addunyaa Ityoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa 30f talaallii Covid – 19f kan oolu deeggarsa maallaqaa yeroo ariifachiisaa taasiisuuf…
Ambaasaaddar Tashoomaan Ministeera Alaa Chaayinaatti Daayreektara dhimmoota Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Tashoomaan Toogaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaatti Daayreektara Dhimmoota Afrikaa Wuu…
Ityoophiyaanonni 338 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanonni 338 Sawuud Arabiyaa magaalaa Riyaad irraa gara biyya isaanitti deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen wayita buufata xiyyaaraa…
“Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa xumursiisuuf hirmaannaan hawaasaa cimee itti fufeera”- aadde…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa sadrkaa xumuraarra jiru dhugoomsuuf hirmaannaan Hawaasa Mootummaa Naannoo Oromiyaa cimee itti fufuu Waajjirri…
Godina Gujii aanaa Oddoo Shaakkisootti balaa ibiddaa muudateen miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) - Godina Gujii Aanaa Oddoo Shaakkisoo magaalaa Magaaddootti balaa abiddaa dhaqabeen qabeenyi Birrii miliyoona 6 olittii tilmaamamu manca'uu…
Baatiwwan 6 darbanitti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota kuma 1 fi 848 darbuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) - Baatiwwan 6 darbanitti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota kuma 1 fi 848 yoo darbu, qabeenyi Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 95 olitti…
Ijaarsa gamoo giddugala leenjii utaalcha qilleensaa baasii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 70…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Ijaarsa gamoo giddugala leenjii utaalcha qilleensaa baasii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 70 ijaarsisuuf dhagaan bu’uuraa…
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa fi Paartileen Siyaasaa waltajjii marii gaggeessan
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa fi Paartileen Siyaasaa waltajjii marii 4ffaa gaggeessuu ibsameera.
Waltajjii kanarratti bakka…
Yakka daddabarsa namootaa seeraan alaa daangaa ce’aa hir’isuuf hojjetamuu qaba – Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) - Yakka daddabarsa namootaa seeraan alaa daangaa ce’aa hir’isuuf hojiileen hawaasa hirmaachise hojjetamuu akka qabu itti aanaan Muummee Ministiraa fi…