Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen Idil Addunyaa naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa laachuuf yeroo ammaa beeksiisuu…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Dhaabbileen deeggartootaa Idil Addunyaa naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa laachuuf kana dura eeyyamaan galaa turan yeroo ammaa beeksiisuu…
Ministeerri Qonnaa fi Inistiityuutiin Teeknooloojii fi Saayinsii Hawaa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Ministeerri Qonnaa fi Inistiityuutiin Teeknooloojii fi Saayinsii Hawaa Ityoophiyaa odeeffannoo saatalaayitii fayyadamuun oomishtummaa…
Dooktar Abiy Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee , Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Jee Bliinkaan waliin bilbilaan…
Agarsiifni duula addaa humna qilleensaa Duukamitti gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Xumura leenjii duula addaa humna qilleensaa irratti agarsiifni utaalcha qilleensarraa Duukamitti gaggeeffameera.
Agarsiisicha irratti…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 841 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 841 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Daldaltoota shaqaxaalee nyaataa seeraa ala dhoksaan kuusanii argaman 197 irratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) - Godina Harargee Bahaatti Daldaltoota shaqaxaalee nyaataa seeraa ala dhoksaan kuusanii argaman 197 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Waajjirri Daldalaa…
Aadde Adaanach qaamolee ayyaanni Injifannoo Adwaa karaa nagaan akka kabajamu taasiisan galateeffatan
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) –Itti aantuun Kaantiba magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee qaamolee ayyaanni Ijifannoo Adawaa waggaa 125ffaan karaa nagaan akka kabajamu…
Ityoophiyaan qormaata keessaa fi alaa dandamachuun imala olka’iisaa itti fufti – Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Gurraadhala 23, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan qormaata keessaa fi alaa dandamachuun imala olka’iisaa eegalte itti fufti jedhan itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Adwaarratti walqixa waliin kufnee kaanee ummata gurraachaaf mallattoo injifannoo taane –…
Finfinnee, Gurraadhala 23, 2013 (FBC) - Sirni cufiinsa waltajjii marii ‘Boqonnaa Abdii Haaraa’ guyyoota sadiif itti fufiinsaan taasiifamaa ture addabaabay Michummaatti…
Biyya misoomsuu fi jijjiiruuf tumsii fi walkabajuun ni barbaachisa – Aadde Adaanachi Abeebee
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) – Biyya misoomsuu fi jijjiiruuf tumsii fi walkabajuun, gadi of qabanii hojjechuu fi dhaamaatii gaafata jedhan itti aantuun Kaantibaa magaalaa…